Fiigicha Maaratoonii Dubaay marsaa 24ffaa kornayaa Lameeninuu Atileetonni Itoophiyaa injifatan
*********
Atileetiksii addunyaan Sadarkaa Warqee kan qabu dorgommiin Maaratoonii Dubaay har'aa gara barraaqaa yoo dorgomamu dorgommii dhiiraa fi dubaraas Atileetota Itoophiyaatu injifate.
Dorgommii dubartoota Atileet Badhaatuu Hirphaa sa'aatii 2:18:27n galuun injifatteerti.
Dharraa Diidhaa fi Tigist Girmaa ammoo 2ffaa fi 3ffaa bahani.
Atileetonni Itoophiyaa hafan Sadarkaa 4-10ffa qabachuun xumuraniiru.
Dorgommii dhiirotas Atileetii Itoophiyaa Butee Gammachuu sa'aatii 2:04:50n galuun injifate.
Birhaanuu Tsagguu fi Shifarraa Taamiruu ammoo 2ffaa fi 3ffan xumurani.
Atileetonni Itoophiyaa kanneen biroo Sadarkaa 4ffaa hanga 10ffaa qabachuun xumuraniiru.
Nuuroo Amiinootiin