Mariin Sirna nyaataa itti fufiinsa qabu irratti xiyyeeffate sadarkaa Ardiitti Finfinneetti ni taa’ama
***********************
Waltajjiin marii ol’aanaan raawwii sagantaa sirna nyaataa (FSRP) itti fufiinsa qabu irratti mari’atu Gurraandhala 25, bara 2017 eegalee Finfinneetti akka adeemsifamu himame.
Waltajjii marii kana Baankii Addunyaa, Komishiinii Gamtaa Afrikaa, IGAD fi Giddugaleessa Qindeessaa Qorannoo fi Misooma Qonnaa Afrikaa Kibbaatu (CCARDESA) waliin ta’uudhaan qopheesse jedhameera.
Waltajjiin marii ol’aanaa kun, raawwii sagantaa sirna nyaataa naannoowwan Afrikaa Bahaa fi Kibbaatti deeggarsa maallaqaa Baankii Addunyaatiin hojjetamaa jiru irratti akka xiyyeeffatu, odeeffannoo IGAD irraa argate waabeffachuudhaan kan gabaase Tajaajila Oduu Itoophiyaati.