✅Dhaggeeffadhu!
⏩Wanti nuti hin beekne yoo jiraate yeroo hunda gaafachuun gaariidha, garuu gaafa gaafannu wal falmuu ykn yaada kennuuf osoo hin taane, kanhin beekne baruuf onnee keenya irraa dhaggeeffachuu qabna!
✍"Wallaalummaan hamaadha, karaa irratti nama hambisa." Kanaaf waan hin beekne gaafadhuu bari malee beekaa fakkaattee hin taa'in!
⤵️⤵️⤵️
@kutannoo123