"Garraamummaan umurii dheeraa jiraachuuf nama gargaaraa"
~Utubaa kaayyoo kee Gaarummaa
~Ariifachiisaa kaayyoo kee Ijaa Gaarummaa
~Milkaa'inni Kaayyoo Kee Hojii Gaarummaa
~ Deemsi Kaayyoo kee Cedhedhaa Gaarummaa
~ Annisaa Hojii kee Namummaa
~ Humni Kaayyoo kee Deemsa Gaarummaa
~ Gammachuu kee Amala Gaarummaa
_Balbalii Kaayyoo kee
_Deemsaa Kaayyoo kee
_Amali Kaayyoo kee
_Jaalali Kaayyoo kee
■ Hundee Gaarummaa qabadhu
Nama sababa malee waan gaarii namaa godhu, akka gowwaa, laafaafi garraamii wayiitti yeroon itti ilaalamu baayyee jira. Tahus gaarummaan hariiroo namootaa waliin qabnuuf dhimma murteessaa dha.
‘’Gochaan gaarummaa kuni niiwurootiraansmiitaroota sammuu keenyaa- keemikaalota miira keenya to’atan dammaqsa.
"Nama jabaa ta'uun garraamii ta'uu dabalata"
"Garraamummaa fi gara laafummaan haa badan dadhabina miti,"
"Waan ajaa'ibaati, sababni isaa garraamummaan wan dhumu miti, namatti baay'atees nama hin miidhu, sammuu keeti Gammachuu qaba.