𝙃𝙞𝙞𝙠𝙖𝙖 𝙔𝙖𝙖𝙙𝙖𝙖 ✍️✍️✍


Гео и язык канала: Эфиопия, Английский
Категория: Другое


💊 Arraba kee eeggadhu!
💊 Fayyaa kee eeggadhu!
💊 Kabaja kee eeggadhu!
Buy ads: https://telega.io/c/hiikaayaadaa

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Английский
Категория
Другое
Статистика
Фильтр публикаций


#NGAT

Galmeen iyyattoota Qormaata biyyaalessaa seensa Sagantaa Digirii Lammaffaa (NGAT) Muudde 21 hanga 25/2017tti gaggeeffama.

galmaa’uuf
HTTPS://NGAT.ETHERNET.EDU.ET

Gaaffii galmee waliin walqabatu kamiifuu sa’aatii hojiitti imeelii ngat@ethernet.edu.et ykn lakkoofsa bilbilaa 0920157474 (Enatnesh Gabeyyoo fi 0911335683 (Faasil Tsaggaayee) ibsa gaafachuu akka dandeessan ibsameera.

Qormaataaf 'USER NAME' fi 'PASSWORD' karaa poortali galmeetiin kan ergamu yoo ta'u, kaffaltiin galmee 750 karaa Teeleebirrii qofaan akka kaffaltan jedhameera.

Ministeerri Barnootaa yeroo qormaatichaa galmee booda akka beeksisu ibseera.

#MoE


📢JOIN & 🔗SHARE
╔══════════
📚JOIN: @hiikaayaadaa
📚JOIN: @hiikaayaadaa
📚JOIN: @hiikaayaadaa
╚══════════


✍️𝐖𝐚𝐚 𝐒𝐚𝐝𝐢i 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐚𝐚 𝐍𝐚𝐦𝐚 𝐆𝐨𝐨𝐭𝐢.
••••••••••••••••••••••••••
𝟏: 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐝𝐡𝐢𝐡𝐚𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧
𝟐: 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚 𝐪𝐨𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧
𝟑: 𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐡𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧


✍️𝐖𝐚𝐚 𝐒𝐚𝐝𝐢i 𝐇𝐢𝐧 𝐖𝐚𝐥𝐥𝐚𝐚𝐥𝐢n
𝟏: 𝐄𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐝𝐞𝐞𝐦𝐭𝐮
𝟐: 𝐌𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢𝐟 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐝𝐞𝐞𝐦𝐭𝐮
𝟑: 𝐌𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢𝐧 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐝𝐞𝐞𝐦𝐭u


📢JOIN & 🔗SHARE
╔══════════
📚JOIN: @hiikaayaadaa
📚JOIN: @hiikaayaadaa
📚JOIN: @hiikaayaadaa
╚══════════


#Dilbaata_Boqqonnaa 🤲
Oolmaa Gaarii Qabaadha 🤌

👉Namni qaroon waan dubbatu ni beeka.
👉Beekaan yeroo dubbatuu fi dhiisu beeka.


📢JOIN & 🔗SHARE
╔══════════
📚JOIN: @hiikaayaadaa
📚JOIN: @hiikaayaadaa
📚JOIN: @hiikaayaadaa
╚══════════


Karaa keessa dabarteetti qoree hin facaasin.!.maaltu beeka akka tasaa miila qullaa keessa deebi'uu dandeessaa.


@Hayilug2016


📢JOIN & 🔗SHARE
╔══════════
📚JOIN: @hiikaayaadaa
📚JOIN: @hiikaayaadaa
📚JOIN: @hiikaayaadaa
╚══════════


REMINDERS:

• Believe in yourself
• Failure is a great teacher
• Adversity is your strength
• Stay loyal to your creativity
• Your dreams can come true
• Learn to be patient with results
• Nothing great comes without effort


@Hayilug2016


📢JOIN & 🔗SHARE
╔══════════
📚JOIN: @hiikaayaadaa
📚JOIN: @hiikaayaadaa
📚JOIN: @hiikaayaadaa
╚══════════


Репост из: 𝙃𝙞𝙞𝙠𝙖𝙖 𝙔𝙖𝙖𝙙𝙖𝙖 ✍️✍️✍
Osoo kitaaba hin dubbisin yoo dubbatte namni si nuffa.

■ Kitaaba dubbistee yoo calliste callisuun keeyyuu ergaa qaba.

■Namni kitaaba hin dubbisne yoo callise nama mukeessa.

■Namni kitaaba dubbisummoo guyyaa guutuu yoo haasa'eyyuu hin nuffamu.

■ Kitaaba dubbisuun ilaalcha ofii daandii sirrii qabsiisuudha.

~ Arraba ofii dubbii gaarii leenjisuudha Dhaloota keenya
!!

Haa dubbisnu!

@Hayilug2016


📢JOIN & 🔗SHARE
╔══════════
📚JOIN: @hiikaayaadaa
📚JOIN: @hiikaayaadaa
📚JOIN: @hiikaayaadaa
╚══════════


Rakkoo ofii qabdu caalaa Kan nama biroo irratti xiyyee ffaatta taanaan, Ati of jijjiiruu irraa fagoo jirta

📢JOIN & 🔗SHARE
╔══════════
📚JOIN: @hiikaayaadaa
📚JOIN: @hayilug2016
📚JOIN: @hiikaayaadaa
╚══════════


Репост из: 𝙃𝙞𝙞𝙠𝙖𝙖 𝙔𝙖𝙖𝙙𝙖𝙖 ✍️✍️✍
Jirra Furniture

Hojii Meshaalee Mana Keessa Adda Adda irratti Hojjachuu Nii Dandeenya
@hayilug2016     
@Tarikuugirmaa
💎💎0919488196🔉🔊




#Ofeeggannoo

Bulchiinsi Nageenyaa Marsaa Odeeffannoo / IINSAAN  Telegiraamiin hatamaa jiraachuu beeksise.

“INSA” n guyyaa har'aa daataan Teelegiraamaa hatamaa waan jiruuf fayyadamtoonni of eeggannoo barbaachisu akka godhan dhaameera.

Bulchiinsichi akka ibsetti akkaawuntiin Telegiraamii hedduun karaa liinkiin mala “phishing” jedhamuun “hack “ ta'aa jira.

Kana hubachuu fayyadamtoonni  , nama kamirraayyuu (nama beektanis ta'ee kan hin beekne) irraa linkiin isinitti ergamnaan , banuufi odeeffannoowwan kanneen akka bilbilaa akkasumas Koodii ergaa gabaabaa galchuu irraa akka of eegdan IINSAAN akeekkachiisera.


Don't just learn, experience.
Don't just read, absorb.
Don't just change. Transform.
Don't just relate. Advocate.
Don't just promise, prove.
Don't just criticize or encourage.
Don't just think, ponder.
Don't just take, give.
Don't just see, feel.
Don’t just dream, do.
Don't just hear, listen.
Don't just talk, act.
Don't just tell, show.
Don't just exist. Live.

📢JOIN & 🔗SHARE
╔══════════
📚JOIN: @hiikaayaadaa
📚JOIN: @hayilug2016
📚JOIN: @hiikaayaadaa
╚══════════


Imali kee ilaalcha sirri
Deemsii kee karaa sirri
Hasa'a kee Dubbii sirri
Yaadii kee gochaa sirri
_ Yoo qabatee _
Maaltu milkaa'uu sii dhowaa___???


Hiikaa Yaadaa
📢JOIN & 🔗SHARE
╔══════════
📚JOIN: @hiikaayaadaa
📚JOIN: @hayilug2016
📚JOIN: @hiikaayaadaa
╚══════════


✓✓Hubannoof ✓✓[

#Kofoo_isaa_gad_buteefi
#wandabookoo_ol_sassaabbadhee!

Dhaabbanni guddaan tokko beeksisa qacarrii baasee, shamarran 3 qabxii walqixa waan fidaniif, sadan isaaniifuu gaaffiin adda baastuu qophaa'e.
Gaaffichis, "Bakka homtuu hin jirretti, dargaggeessi tokko si gudeeduuf yoo dhufe maal goota?" kan jedhu ture.

Shamarreen jalqabaa, "Ija koo junuunfadheen Waaqa kadhadha" jette deebiste.
Shammarreen 2ffaan immoo, "Naaf birmadhaa jedheen iyya!" jette.
Shamarreen isheen 3ffaan duraan gumna(qaama ishee gurgurte kan jiraattu) waan turteef qalbii jaraa hawwatte.
"Wantin gochuu qabu waan tokko qofaadha. Sammuu koo amansiisee surree isaa gadi buteefii wandaboo koo olsassaabbadhee..." yoo jettu, shamarran achi turan dubbii ishee addaan kutanii "Hojii ishee duraanii sana yaaddeeti" jedhanii itti qoosan. Shamarreen sun itti fuftee, "...isa booda nan fiiga. Muuxannoo jireenya koo irraa akkan baradhetti, dubartiin tokko dhiira jalaa fiigdee kan isheen bahuu dandeessu, surreen isa dhiiraa yoo gad siqee fi wandaboon dubartii yoo olsassabame qofaadha" jette. Hojii gaggeessaan dhaabbatichaa bakka isaan barbaadaniif namni ta'e shamarree ishee sadaffaa kana ta'uu beeksise.

1) Kaleessa namaa ilaalanii har'a namaa murteessuun dura har'a namni sun maalirra akka jiru hubachuun gaariidha. Sababni isaa namni uumama kaleessa isaa irraa baratee jijjiiramuu danda'u waan ta'eef.
2) Rakkina cimaaf furmaata salphaa kennuun baay'ee barbaachisaadha.
3) Kaleessa akkamii iyyuu yoo qabaatte, kaleessa kee akka carraa gaariitti itti fayyadamu qabda.


📢JOIN & 🔗SHARE
╔══════════
📚JOIN: @hiikaayaadaa
📚JOIN: @hayilug2016
📚JOIN: @hiikaayaadaa
╚══════════




Репост из: 𝙃𝙞𝙞𝙠𝙖𝙖 𝙔𝙖𝙖𝙙𝙖𝙖 ✍️✍️✍
#Hiriyaa akkamii qabda??

Yeroo wal argitan waa’ee maalii haasoftu??

1.Waa’ee Daldaluu/Biizinaasii
2. Waa’ee Invest gochuu?
3. Waa’ee Ispoortii hojjechuu fi Nyaata ofii beekuu?
4. Jijjirama Sammuu?
5. Of Jijjiruu?

Warreen armaan olii taanan hiriyaa dansaa qabda itti fufi Kanaan ala waan waa’ee hin baafne dubbachaa ooltu taanan dammaquu qabda

Rakkoon naafummaa sammuu caale hin jiru. Gidiraan sammuun gabroomuu caale hin jiru, hin jiraatus. Rakkoo kana jalaa bahuuf immoo sammuu keenya leenjisu qabna. Sammuun leenji'e burjaajjii irraa nu bilisoomsee yaada keessoo keenyaa akka jiraannuu fi hiika dhalachuu keenyaa akka jiraannu nu taasisa!.

#Jireenya kee harka caalu #sammuu kee keessatti dabarsita. Mana yeroo dheeraa keessa jiraattu kanammoo; jibba, inaafaa, ofittummaafi gandummaa irraa bilisa godhadhu Guyyaa milkii

Namoonni amaloota armaan olii qabdan kesssaan na dubbisaa waliin hojjanna @Hayilug irratti na dubbisaa



@Hiikaayaadaa
@Hiikaayaadaa


Репост из: 𝙃𝙞𝙞𝙠𝙖𝙖 𝙔𝙖𝙖𝙙𝙖𝙖 ✍️✍️✍
"Sammuun namaa akka baankiti, Waanuma keessa kuustan keessa baafatu"

Miti........... dislike
Eyyeen..... like

@Hiikaayaadaa


Hordoftoota Hiikaa Yaadaa Akkam Nagaa Jirtuu yeroof qilleensa irraa badee turee dhufee jira amma....!!?


#Iskeelii_Mindaa
#Baga_Gammaddan!👏

Hawwii guddaan kan eegamaa ture Iskeeliin miindaa haarawa hojjattoota mootummaafi muudamtoota Naannoo Oromiyaa waan gadhiifameef baga gammaddan ijoolleen mootummaa!👏

Waantota biroo eegaa turtanis walduraa duubaan ni argattu jennee abdanna!

Iskeelii mindaa haarawa hojjattoota mootummaa fi muudamtoota Naannoo Oromiyaa gad lakkifame.


Kaayyoon Itittuu Rakkoo akka dhugduu sii godhaa.

Показано 19 последних публикаций.