Lallabaa 10:1-4
1 Titiisi urgooftuu dibataa keessatti yoo duute foolii isaa akka balleessitu, akkasuma gowwummaan xinnoon ishee ogummaa fi ulfina namaa in balleessiti; 2 yaadni nama ogeessaa karaa qajeelaa irra isa in buusa, yaadni nama gowwaa garuu karaa irraa isa in kaachisa;
3 namni gowwaan karaa irra yommuu adeemu iyyuu waa hubachuu hin danda'u, gowwaa ta'uu isaas garuma adeemutti of irratti in beeksisa. 4 Namni si irratti gooftummaa qabu yoo sitti dheekkame, daftee iddoo hojii keetiitii hin adeemin! Calluma jechuun cubbuu baay'ee hambisuu in danda'a.
Dilbaata Gaarii ❤️🙏
@Kakuu_Studio
@Singer_Megertu_Official