Репост из: Mujahid Habo
#SI JAALLADHEEN
Ergan siin wol baree
onnee koo siif laadhee
Rabbitu na arga
boqonnaan argadhee
kanan dur joonja'ee
hojiin kiyya raatuu
nama na ilaaluuf
fakkaadhee maraatuu
qofaa koon gubadhee
namni nan hubatuu
garuu si argadheen
lafeen kee na utubee
somba keetiin arganeen
jaalalli kee na dhaabee
cirracha jaalalaa
dhiiga koon bukeessee
lafeen keen of cimseen
nama of fakkeessee
osoo ati hin jirree
akaafaan koos cabee
ijaarsi onnee koo
ati dhibnaan dhibee
amma ati jirtaam
akaafaan koos fayyaa
anaa dhufu dammee
anaaf si naa wayyaa
onnee koo jaalalaan
Utubdee dhaabdeettaa
simmintoof ashawaan
mana ijaarratteettaa
kana booda cabuun
ana nan mudatuu
nagaan naaf jiraadhuu
bakkuma hundattuu
Walaloowwan mimmidhagaa
Mujahid Habootiin barreeffaman
argachuuf liinkii kana tuqaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/joinchat/AAAAAEmc0vHVCxyOHTCBFA
Ergan siin wol baree
onnee koo siif laadhee
Rabbitu na arga
boqonnaan argadhee
kanan dur joonja'ee
hojiin kiyya raatuu
nama na ilaaluuf
fakkaadhee maraatuu
qofaa koon gubadhee
namni nan hubatuu
garuu si argadheen
lafeen kee na utubee
somba keetiin arganeen
jaalalli kee na dhaabee
cirracha jaalalaa
dhiiga koon bukeessee
lafeen keen of cimseen
nama of fakkeessee
osoo ati hin jirree
akaafaan koos cabee
ijaarsi onnee koo
ati dhibnaan dhibee
amma ati jirtaam
akaafaan koos fayyaa
anaa dhufu dammee
anaaf si naa wayyaa
onnee koo jaalalaan
Utubdee dhaabdeettaa
simmintoof ashawaan
mana ijaarratteettaa
kana booda cabuun
ana nan mudatuu
nagaan naaf jiraadhuu
bakkuma hundattuu
Walaloowwan mimmidhagaa
Mujahid Habootiin barreeffaman
argachuuf liinkii kana tuqaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/joinchat/AAAAAEmc0vHVCxyOHTCBFA