Mujahid Habo Official/ሙጃሂድ ሀቦ Official/


Гео и язык канала: Эфиопия, Амхарский
Категория: не указана


Beekumsaafii dandeettii qabnuun wal haa deeggarru!

Связанные каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Амхарский
Категория
не указана
Статистика
Фильтр публикаций


Dhaggeeffadhaa


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram


Dawwadhaa




Mujahid Habo barreessaa kitaaba TARKAANFII hidhamee ture baheera!


Mujahid Habo barreessaa kitaaba TARKAANFII☝️




Abbaan page kanaa hidhameera sagalee haa taanuufi


Barreessaa kitaaba TARKAANFII Kan ta'e#Mujahid Habo hidhameera AGGAAROOtti


Репост из: Mujahid Habo
JAALALA AN SIIF QABU
~~~~~~~~~~~~~
Meemmee waa sitti himuu
Jaalalan An siif qabu
Haala kam keessatti
Hin fedhu si dhabuu
Raabsituu dhiigakoo
Sammuu koo ajajja
Si hin argin oollaan
Qalbiin na fajajaa
Hafuura kee baree
Dhahannaa onnee keetii
Jaalalleekoo ati anaaf
Keennaa lubbuu kootii
Ergan si jaalladhee
Keessikoo boqonnaa
Yaadi koos naaf tolee
Argadheen hubannaa
Cinaacha koo hir'uu
jaalalli kee guutee
Jireenyaa koo irratti
Si qofa kan moote
Baay'een si jaalladha
Kan ati beektu caalaa
Jaalalli an siif qabuu
Nadhii Dammaa Caala
Yaadakeen dhiphadha
Narraa Fagoo jirtaa
Abdin si eegadhaa
Gaaftokko Naaf dhuftaa
Anoo Qoochoo hin qabu
barriiseen dhufa Silaa
maaltullee Nan daangessu
Lubbuunko hin afu Siirra

👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/joinchat/AAAAAEmc0vHVCxyOHTCBFA


Репост из: Mujahid Habo
Hiree koo!
~~~~~~~
At anaaf hiree kootii
Hiree koo ishee ganamaa
Balballii onnee kootii
Furtuu keetiin banamaa

Jaalallee kootiim atii
Keennaa badhaasa addaao
Situ naaf ta'eem maddaa

Guutummaan qaama kootiis
Waa'ee kee natti odeessuu
Lubbuun koo daqiiqaafuu
Si dhabuullee hin dandeessuu

Onnee koo walakkaatti
Dhaabbatte qabda bakkaa
Narraatii addaan baatees
Jiraachu hin feetu takkaa

Duukkana keessatti illee
Jiruu koo naaf ibsitaa
Gar malee natti toltaam
Keessa koos na ciibsitaa

Yeroon dhukkubsadhuullee
Sittan obsaan dhibee koo
Siinan gammada Tiruu
Siwajjin gammachuun koo

Taa'umsakee godhattee
Walakkaa onneef tiruu
Waan ittin si madaaluu
Humtu tokkollee hin jiruu

Oduudhaaf jecha namaas
Hin dhageenyu gurraanuu
Bu'aadhaaf miidhaa isaa
Argineerra duraanuuu

Seenaa kee waan hin fixneef
Afaan qofaan tarreessee
Wanuman harkaa qabuu
Walaloon siif barreessee

Sobaanis siif kakadhee
Ani hin galu cubbuuttii
Humtuu addaan nu hin baasuu
Hanga du'a lubbuuttii!

https://t.me/joinchat/AAAAAEmc0vHVCxyOHTCBFA


Hijraa Sahabonni gara Habashaatti taasisan
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/joinchat/AAAAAEmc0vHVCxyOHTCBFA


Репост из: Haacaaluu Hundeessaa


Репост из: Haacaaluu Hundeessaa


Репост из: Gaddisa_dhuga
Sirba Haacaaluu Hundeessaa "Eessa Jirra" jedhu Albama haaraa guuyyaa har'aa Eebbifamee gadhiifameera dhageeffachuuf 'PLAY' KAN jedhu tuqaa dowload gochuuf 'DOWLOAD' KAN JEDHU TUQAA

PLAY ▷ ◉─────── 07:25

Dawload


Репост из: Mujahid Habo
Sagantaa keenya guyyaa har'aat
iini immoo Qoosaa Ajaayibaa
nama bashannansiisuufii bohaa
rsu akkasumas ergaalee gurgu
ddoo qabdu tana isiniif qophees
sineerra.Viidiyoo tuqaa ilaalaa.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://youtu.be/_cpxX2D6XVE


Репост из: Mujahid Habo
#JAALALLIIKEE_NA_GUBEE
~~~~~~~~~~~~~~~
Jaalallii kee na gubee
An dhabeeraa gaaddiisaa
Yoon rafuuf yoon gad ta'uu
Waa'ee kee na yaachiisaa

Yeroon achi irraan darbuu
Karaa hulaan hiixadhaa
Akka waanan si arguu
Cal jedheetan miixadhaa

Akka waan laga buutee
Ati bishaan waraabduu
Kottukaa Ammaa jettee
Daandii gubbaa na dhaabduu

Yaadaan oliif gad deemee
Fagoof dhihoodhaa fidee
Sin dhiisa jedhee yaadee
Keessi kiyya na didee

Yeroon kophaa koo ta'ee
Walaloo siif barreessuu
Miroonni qaama kootii
Waa'ee kee naaf tarreessuu

Kallattii hundaan deemee
An ergan dhabee falaa
Ka'een waardiyyaa ta'ee
Mana keessanitti galaa!!


onneen koo siif jettee
jaalalaan waadamtee
boriif taata jettee
hedduu na abdattee

isa waliin jenne
sana hin irraanfattee
jecha namni jedhu
na gargaartee baattee

anoo siinan baree
eenyutti na laattee
❤❤❤ko simalee
Jirunko yoom taate?

anoo miidhameeraa
maaliree fallisaa
hirribnis nan qabuu
Sina barbaachiisaa

an sin dhaba taanaan
ofuman fannisaa
yeroo hundaa taa'ee
suma na yaachisaa

halkan abjuu keessas
suma na waamsisaa
wayyoo eessa jirtaa
siif ana boochisaa

Sidhabee jennaanii
Lubbuunko hin jiraattu
jaalala koo kana
maaf narraan hirmaattuu

Walaloo mi'ooftuu dubbisuufii
Dhaggeeffachuuf liinkii kana
gadi jiru tuqaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

https://t.me/joinchat/AAAAAEmc0vHVCxyOHTCBFA


Seenaa Ajaayibaa kana dhaggeeffadhaa.
Seenawwan barsiisoo akkanaa argachuuf liinkii kanaa gadii tuqaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/joinchat/AAAAAEmc0vHVCxyOHTCBFA


Репост из: Mujahid Habo
#SI JAALLADHEEN

Ergan siin wol baree
onnee koo siif laadhee
Rabbitu na arga
boqonnaan argadhee

kanan dur joonja'ee
hojiin kiyya raatuu
nama na ilaaluuf
fakkaadhee maraatuu
qofaa koon gubadhee
namni nan hubatuu

garuu si argadheen
lafeen kee na utubee
somba keetiin arganeen
jaalalli kee na dhaabee

cirracha jaalalaa
dhiiga koon bukeessee
lafeen keen of cimseen
nama of fakkeessee

osoo ati hin jirree
akaafaan koos cabee
ijaarsi onnee koo
ati dhibnaan dhibee

amma ati jirtaam
akaafaan koos fayyaa
anaa dhufu dammee
anaaf si naa wayyaa

onnee koo jaalalaan
Utubdee dhaabdeettaa
simmintoof ashawaan
mana ijaarratteettaa

kana booda cabuun
ana nan mudatuu
nagaan naaf jiraadhuu
bakkuma hundattuu

Walaloowwan mimmidhagaa
Mujahid Habootiin barreeffaman
argachuuf liinkii kana tuqaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/joinchat/AAAAAEmc0vHVCxyOHTCBFA


Репост из: Mujahid Habo
አቶ ጃዋር መሀመድን ጨምሮ 8 ተጠርጣሪዎች ላይ የዐቃቤ ህግ የቅድመ ምርመራ ምስክሮችን ለመስማት ተለዋጭ ቀጠሮ ተሰጠ

አዲስ አበባ ፣ ነሃሴ 11 ፣ 2012 (ኤፍ ቢ ሲ) አቶ ጃዋር መሀመድን ጨምሮ 8 ተጠርጣሪዎች ላይ የዐቃቤ ህግ የቅድመ ምርመራ ምስክሮችን ለመስማት ዛሬ ቀጠሮ የያዘ ቢሆንም አቶ ጃዋር መሀመድ አሞኛል ብለው በችሎት በተደጋጋሚ መውጣት እና መግባት የምስክር ሂደቱን ስለሚያስተጓጉል በሚል ፍርድ ቤቱ ተለዋጭ ቀጠሮ ሰጥቷል፡፡

አቶ ጃዋር እንደታመሙ ለፍርድ ቤቱ አቤቱታ አቅርበው ንፋስ ለማግኘት ከችሎት ወጥተው የነበረ ሲሆን ዐቃቤ ህግ የምስከሮቹን ጭብጥ እያስመዘገበ ባለበት በድጋሚ ወደ ችሎት ገብተዋል፡፡

ይህ ወጣ ገባ ሁኔታ የዐቃቤ ህግ የምስክር ሂደትን ያስተጓጉለዋል ያለው ፍርድ ቤቱ ለነሃሴ 14 ቀን 2012 ዓ.ም ተለዋጭ ቀጠሮ ሰጥቷል፡፡

የፌደራል ፖሊስ የማረፊያ ቤት ምክትል ዳይሬክተር ኮማንደር የኔነሽ ገብረእግዚአብሄርም ቀርበው የተጠርጣሪዎችን የአያያዝ ሁኔታ መስተካከሉን እና አምስት ተጠርጣሪዎች ኮቪድ-19 እንደተገኘባቸው የሚገልጽ የህክምና ማስረጃ አቅርበው ማብራሪያም ሰጥተዋል፡፡

አቶ ጃዋር መሃመድ ልጄን እና ባለቤቴን በቪዲዮ ኮንፈረንስ ላግኛቸው እንዲሁም ከጤናቸው ጋር በተያያዘ የግል ሃኪሜ እንዲያየኝ ይፈቀድልኝ ብለው አቤቱታ አቅርበዋል፡፡

ፍርድ ቤቱም የጤናቸው ሁኔታ ባለው የህክምና አሰጣጥ ህክምና እንዲያገኙ እንዲደረግ እና ወጪውን ሸፍነው ከልጃቸው እና ከባለቤታቸው ጋር በቪዲዮ ኮንፈረንስ እንዲገናኙ እንዲመቻችላቸው እንዲሁም የጤናቸው ሁኔታ ታይቶ ተገቢው ክትትልና ድጋፍ እንዲደረግላቸው አዟል፡፡

ፖሊስም የሁሉንም ተጠርጣሪዎች የኮቪድ-19 የምርመራ ውጤት በቀጣይ ቀጠሮ እንዲያቀርብ ትዕዛዝ ሰጥቷል፡፡

ከዚህ ባለፈም የተጠርጣሪ ጠበቆች ከደንበኞቻችን ጋር ለመገናኘት ስንሄድ ሚስጢራዊነቱ የተጠበቀ ቦታ እንድንገናኝ ይፈቀድልን በሚል አቤቱታ አቅርበው ፍርድ ቤቱም ተጠርጣሪዎች እና ጠበቆች ሚስጢራዊነቱ በተጠበቀ ቦታ እንዲገናኙኝ አዟል፡፡

በተያያዘም አቶ በቀለ ገርባ በቅድመ ምርመራ ሂደት ማለፍ የለብንም በሚል ያቀረቡትን አቤቱታ ፍርድ ቤቱ ውድቅ አድርጎታል፡፡

በዚህ መሰረት የዐቃቤ ህግ ምስክሮችን ለመስማትም ለነሃሴ 14 ቀን 2012 ዓ.ም ተለዋጭ ቀጠሮ ሰጥቷል፡፡

በታሪክ አዱኛ
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/joinchat/AAAAAEmc0vHVCxyOHTCBFA

Показано 20 последних публикаций.

119

подписчиков
Статистика канала