Class-tti Ijjoolleen Dur Wajjin Barumsa Barachaa Turre Har'a Eessa Jiru?😁
1.Gara Duraa 1ffaa Irra Kan Ta'aa Turan Baankii Keessatti Miindeffamanii 10K Birr Ol Nyaachaa Jiru😔
2.Gara Gidduu Taa'aa Kan Turan Ijoolleen Shamarranii Biyya Arabaa Jiru.Ijoolleen Dhiiraa Immoo Liibiyaa Irraan Lafa Ka'aaniiru Jedhan Amma Akkasaan Ta'aan Hin Beeknu😁
3.Teessuma Isa Dhumaa Irra Taa'aa Kan Turan Immoo,YouTube Irratti Video Hojjetanii Jireenyi Darbeeraaf Kaanimmoo V8 Qabuyyuudha😏
4.Haadhumashee Kan Class Galanii Hin Barannemmoo Kunoo Biyyi Itti Kennamee Aanaatii Amma Federaalaatti Nu Bulchaa Jiru😑
5.Yerooma Barannu Sana Group'n Raastaa Wayiimmmoo Jiru Turan Kan Wal Guuranii Wal Duukaa Yaa'an Isaanimmoo TikToker Taa'aanii Followers 100K ol Qabu Nagaayyuu Nama Hin Gaafataniyaa😄Maaliif Jennaan Tiktoker dhaka
🥹Malee Haadhooko Anaa Nyaatuutii Ati Yeroo Amma Kana Eessa Jirtagaa Warra Kana Keessaa😁
Share➬ @qoosaa_oromoo