Фильтр публикаций


Wanti darbe hammam ulfaataa taʼus, yeroo hunda irra deebitee jalqabuu dandeessa.

Nu waliin ta'aa


Kufaatiin madaa malee tattoo akka hin taane yaadadhu.

Nu waliin ta'aa


Jireenyi qabsoo bareedaadha.

Nu waliin ta'aa


Nama ati beektu hunda keessa namni ati hin beekne tokko jira.


Namoonni tokko tokko iddoo bareedaa barbaadu.
Kaan immoo iddoo bareedaa uumu.

Nu waliin ta'aa


Good morning family 🌄


Osoo namni biraa hin amanne duraa ofitti amanuu qabda
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Itti fufis dubisii

Nu waliin ta'aa


Waan si barbaachisu qofa fudhadhu, kan hafe ba'aa qofa.
👇👇👇👇👇👇👇👇
Itti fufis dubisii

Nu waliin ta'aa


Good morning family 🌄


Wanti naannoo kee jiru hundi dukkanaa'aa ta'e yoo sitti mul'ate, irra deebi'ii ilaali.atu Ifa ta'uu dandeessa.

Nu waliin ta'aa


Akka galaanaa ta'i: Tasgabbaa'aa garuu gadi fagoo.

Nu waliin ta'aa


Namoonni gammadan warra kennan malee warra fudhatani miti

Nu waliin ta'aa


Good morning family ❤️


Yeroo hunda waan tokko yaadadhu.
Wanti bara baraan turu hin jiru.

Nu waliin ta'aa❤️


Qabsoo kee kan nama biraa wajjin wal hin madaalin. Milkaa'ina namoota birootiin abdii hin kutatin. Daandii mataa keetii tolfadhu malee abdii hin kutatin.

Itti fufis dubisii

✤Nu waliin ta'aa✨️


Humna namaa ta'i
Nama tokkoof kaka'umsa ta'i
Gonkumaa abdii akka hin kutanneef sababa namaa ta'i

✤Nu waliin ta'aa✨️


Hiriyyoota gaarii, kitaabota gaarii, fi qalbii hirribaa: kun jireenya gaarii dha

✤Nu waliin ta'aa✨️


Good morning family ❤️


Baay'een keenya namoota summii qabaniif amanamoo ta'uudhaan waggoota gaarii dhabneerra.
Itti fufis dubisii

✤Nu waliin ta'aa✨️


Karaan amantii cimaa barachuu dandeenyu qorumsa guddaa dandamachuu qofa.
Itti fufis dubisii

✤Nu waliin ta'aa✨️

Показано 20 последних публикаций.