#6 ✍️
➗ Xinsammuu 06 🟣
➊. Namni ani beekaa dha ofiin jedhu wallaalaan akka isaa hin jiru!
➋. Hanga dandeessetti bara baraan jireenya kee jijjiiri malee, akka barri wal sitti hin jijjiirre!
➌. Bara rakkoo bishaantu muka namatti kora!
➍. Waan garaan namaa baatu harreen kormaan hin baatu!
➎. Kan ati jechuu qabdu biyyi koo maal naaf godhe osoo hin taane ani biyyaa koof maalan godhaa jechuu qabda.
@xinsammuu1 💥