Christian Media World Wide


Гео и язык канала: Эфиопия, Английский
Категория: Психология


#Kayyoon_Media_Kana:-
☞ Dhugaawwan Bu'uura Kristiyaana Maraan Ga'udha.💬
✍️ Sagalee Misirachoo hundaatti Lallaabudha.✝️📢
✍️ Kitaabota Hafuura isiniif Maxxaansina.📖
✉️ Yaadaf: samiebisao@gmail.com
𝐇𝐨𝐄 1:11
👇👇👇👇
https://t.me/+4e3iwW3dnD1lMTlk

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Английский
Категория
Психология
Статистика
Фильтр публикаций


JESUSGLOBAL🌍:
Far. 102
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹⁹ Waaqayyo iddoo isaa isa qulqulluu ol gararraa sanaatii gad in ilaala, bantii waaqaa keessaas gara lafaa in ilaala.
²⁰ Inni aadnaa warra hidhamanii dhaga'uu, warra du'i itti murames gad dhiisisuu in barbaada.

“hafuurri yaada cabaa aarsaa Waaqayyo biratti fudhatamuu dha, yaa Waaqayyo, ati garaa cabaadhaafi bullaa'aa hin tuffattu!”
— Far. 51:17

Far. 107
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
²⁸ Rakkina isaanii keessatti gara Waaqayyootti iyyatan, yommus inni muddama isaanii keessaa isaan in baase.
²⁹ Qilleensa jabaa sanas gab godhe, dha'aan galaanaas calluma jedhe.

Qilleensa hamaa gab sirraa haa godhu! Guyyaan Gaarii!

Yoh. 14
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹³ Abbaan ilma isaatiin ulfina akka argatutti, waanuma isin maqaa kootiin kadhattan ani nan raawwadha.
¹⁴ Waanuma tokko isin maqaa kootiin yoo kadhattan, ani nan raawwadha" jedheen.


“Ani jireenya bara baraa isaaniif nan kenna, isaan bara baraan hin badan, namni tokko illee harka koo keessaa isaan hin butatu.”
  — Yoh. 10:28


Faana ulfinaan dhuftee
Darbite cubbuu kootti
Isan an arguuf hawwe
Naaf ifte dukkana kootti

Ba'aan yakka koo ulfaatee
𝐈san ittiin mankaraaru
Aantif firri naan argine
Situ dhufe na gargaaruu

Bir'dhannaan qabu sana
Birmadummaatti jijjiirtee
Galman baraan itti boqadhu
Mirga keetti anaan kiiste

Amma garuu an mucaa keeti
Jireenyi koo martuu haaraa
Homtuu goolii nattin kaasu
Karaa keen argadhe faara

Holmaa ati anaaf oolte
Isa sammuu koon olii
Silaa dubbadheen fixuu
Maqaan kee haa jedhu oli


𝐘𝐞𝐬𝐮𝐬☦️💓


➪ Ani warra saba Waaqayyoo hin ta'iniif hojjetaa Kiristos Yesus ta'ee, wangeela Waaqayyoof akka lubaatti hojjechuudhaaf ayyaana argadheera; akkasittis warri saba Waaqayyoo hin ta'in, hafuura qulqulluudhaan addaan baafamanii, akka aarsaatti Waaqayyo duratti akka fudhatamaniif isaaniif nan hojjedha.
— Rom. 15:16



🤎📖🤎


Waaqayyo warra isa abdataniif, warra isa barbaaddataniifis gaarii dha.

Cal jedhanii fayyisuu Waaqayyoo eeggachuun gaarii dha; namni bara dargagummaa isaatti waanjoo ittiin barsiifamu baachuun isaaf gaarii dha.

Waaqayyo bara baraan isa hin gatu.

Faru. 3:25_31
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯

♡︎♡︎


♡︎𝗬𝗲𝘀𝘂𝘀♡︎

Sagalee dubbii keetin
Ijaarta diigamaa
Cabaa hedduu ka'ee
Siin duratti aggaama

Randa miixuu ulfaatu
Namaaf goota dirree
Gargaarsa abbumaa kee
Si gitu inagarree

Marfama dukkanaa
Homtuun qaxxaamurre
Mil'uu ifa keetin
Namaaf hiixatta irree

Jooraa haalliif barri
Mogolee isaa raasu
Ati immoo ni jabeessitaa
Akkanni dhimma baasu!


Jesus ☦️⛳


𝐂ubbuu namaa ofii baatee,
𝐈sa namaaf kennu fayyaa.
Qabeenya lafarraa miti
𝐆ooftaa yesusin wayyaa.


Kun ergaa guutuu qaba.
Siif jecha maalin taane;


NAMUMMAA NAMA GANU!

-Meerre uffannii fi kopheen kee ?
-Meerre konkolataan kee? Mannikee hoo?
-Meerre Digiriwwaan ati qabdu?
-Passportii fi viisaankee hoo?
-Haati manaa kee fi ijoolleen eessa jiru?
-ATMn kee amma sin fayyaduuyi?
-Zayiti dibata ati bitte sunoo meerre?
-Ilkaan kee kolfu sun eessa dhaqee?
-Meerre iPhone 11 Pro Max and Samsung galaxyn kee?
-Staayiliin rifeensa keeti hoo Meerre?
-Yeroo dhumaaf yoom ilkaan kee rigattee?
-Fiilmii ilaaluu nii jaallatta mitii?
-Protokooliinkee sun maal si jalaa ta'ee?
-Maatiwaan kee Hafuurawo meerre?

-Kanaafuu qophaan as jira jechaa jirtaayi?
-Akkuma Solomon Mootichi jedhe sana jechuufi atis........?
-Kana caalaa gaaffiwwan nuti deebisuu hin dandeenye danuu dha.
-Gootummaan kee ammaa booda si ganuuf jedhaatii dafii qalbiitti deebi'ii! Gooftaa Yesusitti amani, biyya lafaaf hawwisaas gani!
Yesus Dafee in dhufa!
WAAQAYYOON JAALLADHU! NAMOOTAS JAALLADHU!
GOD BLESS YOU ALL, STAY SAFE
@samiebisao@gmail.com


Macaafaa Qulqulluu.

- Yeroo hunda yoo dubbisan kan nama hin nuffisiifne.

- Karoora waaqayyo namootaaf qabu kan nama barsiisu.

- Galaa buddeena jireenyaa kan ta'e.

- Kitaabaa dhoksaan isaa qoramee bira hin ga'amne.

- Kitaaba humni daangaa hin qabne keessa jiru.

- Barri kamuu kan isa hin jijjiirre.

- Daandii Waaqayyoo kan nama barsiisu.

- Gaaffii kamiifuu deebii kan qabu.

- Kan gaarummaa, jaalala, Amantii Ilmaan namootaa barsiisu.


Caaffata Qulqullaa'aa
Macafaa dinqisiisaa.
Waaqayyo isa kana nuuf kenne maqaansaa haa ulfaatu.
👉 JION


Hojjettee Yoo badhaafamte gammachuu guddaa qabda. Hojii gaarii hojjedhu, badhaasni, Kabajni, Jaalalli ofiisaanii dhufu.

Yoo dandeesse hiriyyoota amala akka kanaa qaban cinaakee hin dhabiin.

1. Kan si kakaasan,
2. Kan si Onnachiisan
3. Sammuun isaanii ifaa kan ta'e( Possetiv thinker)
4. Gaarumma fi amanamummaa kan qaban.
5. Fedhiike akka bakkeetti baastee hojiirra oolchitu, warra si utuban.
6. Warra si barsiisan( si hubachiisa)

Isaani akkasiI cinaakee qabda taanaan ati nama milkaa'aadha.

Oolmaa Gaarii qabaadhaa!

@samiebisao@gmail.com


(Sammuun kee Baankii yaadaati)
***
'Maaltu sammuufi Baankii wal fakkeessa?' jechuu dandeessa. Ilaamee, Baankiin inni ati qarshii itti qusattu akkuma jirutti tahee, sammuun ammoo iddoo ati yaadakee itti qusattuudha. Yaadatu qarshiitti jijjiiramee si jiraachisa. David Schwartz yaada kee guyyuu guyyuu iddoo 'Mind Bank' jedhutti qusatta jedha. Yaadonni kuni guddatanii yaadannoo kee tahu. Yeroo rakkoon si mudatu akkuma qarshii baankiitti qusatte baastee dhimma itti baatu, yaada keetiis 'Mind Bank' keessaa baastee dhimma itti baata. Yaadoota gaarii yoo qusatte yaadota gaarii baasatta! Yaada badaas yoo kuufatte ammoo akkasuma!

Yaadota kana eessan argadhee kuufadha jettee yaaddaa laata? Naannoon kee madda yaadaati, kitaabni ati dubbistu madda yaadaati, hiriyaan kee madda yaadaati...! Garuu dogoggorri ati uumuu hin qabne yaada badaa (Negative thoughts) gonkuma hin kuufatin! Mind Bank kee haalatti (Efficiently) itti fayyadamuuf waa lama raawwadhu:

Tokko:- Yaada gaarii qofa kuufadhu (Deposit only positive thoughts in


Maqaan Yeroo hundumaa waamnaan nama hin nuffisiifne, YESUUS Qofaadha!


✔️Nama sii jecha gatii kaffalu kan ibidda sirra bu’aa jiru sirraa dhaaamsu ka halkanii guyyaa si duubatti sirraa falmu dhiistee
isa guyyaa morma jala si dhungatee halkan gurra si ciniinu adda baafadhu.👀

🛩
@MIIRA_JECHOOTA

🛩


⚡️Yoo akeekni kee humna qabaate gochi kee humna guddaa qabaata. Gochi kee humna yoo qabaate bu'aan kee humna guddaa qabaata.❤️

⚡️ @MIIRA_JECHOOTA ⚡️


Guutuu biyyattiitti Ifaan badee jira.

“Humna Elektirikaa Adda Cite Deebisuuf Tattaaffiin Taasifamaa Jira “ jechuun Tajaajilli Elektirikaa Itiyoophiyaa beeksiseera

Humna Elektirikaa guutuu biyyattiitti adda cite deebisuuf tattaaffiin taasifamaa jiraachuu Tajaajilli Elektirikaa Itiyoophiyaa beeksise.

⚡️@MIIRA_JECHOOTA


✅Jireenya Kaayyoo qabu jiraachuu yoo barbaadde, dura namoota kaayyoo hin qabne jireenya kee keessaa baasi!


✅Oftuffachuun si miidha; wal tuffachuun biyya miidha jedha barruun tokko


➡️Warri sirriidha jettan #Like godhaa


✅Kutaa 6ffaa


➡️Waa'een kee yeroo tokko tokko siifiyyuu hin galu.

➡️Waa'een kee deebisee siif gaaffii yeroo itti ta'u qaba. Maaliif natti gaaffii ta'e jettee hin dhiphatin. Gaaffiin maaliif jedhu gara eenyummaa keessoo keetii barbaachuutti sigeessuu ni danda'aatii. Maaliif jechuun ka'umsa gatiikee fi gitakee argachuutiif sifayyadaatii. Gatiinkee fi Gitnikee maaliif sirrii irraa eegaluu qaba. Gitakee jechuun bakka eenyummaa kee isa dhugaaf madaalu jechuudha. Maatiin keenya dur yeroo nu gorsan akkas nuun jedhu; "Gitakee malee hin deemin."

Maddi: Kitaaba Gatiikee fi Gitakee
Pr. Miratuu Shaanqoo

⤵️⤵️⤵️
https://t.me/+VN_ccHy2Fj50kaT_


✅Shaayii Dhuguun Faayidaa Maalii qaba?

✍Faayidaan shaayii dhuguu 12 armaan gaditti ibsamanii jiru seenaa dubbisaa!
⤵️⤵️⤵️
@Fayyaa_Keenya

Показано 20 последних публикаций.