ለእውነት/Dhugaaf tube (Haile Dirirsa)


Гео и язык канала: Эфиопия, Амхарский
Категория: не указана


እዚህ Page ውስጥ ስለ ሀይማኖት; ስለ ሀገራችን ሰላም; ስለ እውነት ... ወዘተ ብቻ የሚተላለፉ ይሆናል:: Page kana jalaatti waa'ee amaanta kenyaa, waa’ee biyyaa kenyaa, waa’ee dhugaa . . . K. K. fakkatan qoftii kan darbuu dha. https://www.facebook.com/haile.dirirsa.

Связанные каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Амхарский
Категория
не указана
Статистика
Фильтр публикаций


Baga Ayyaana Masqalaa (Gubaa) geessan. Kabaaja Ayyaanicha Magaala Adaama bataaskana Aboo irra
https://youtu.be/agTk44uK9UI




Faarfaanna Afaan Oromo, Utubaa Jireenyaa, F/taa Dina'ol Darajjee
https://youtu.be/M61icl7yBKE




Media OCM youtube irratii sagantaalee hedduu yeroo isa eeggatee dabarsaa kan jiruudha. Kanaaf isiinis media keessan kana jabbeefachun akka waliin tattaan dhamsaa koodha. Barsiisoota keenya Waaqayyoo sagalee jireenya isaan haa dhageesisuu.

Yeroo dhiyoo keessa ammo qophii Ayyaana Iyyaasuus Kiristoos duuka Bu’oota isaaf hafuuraa qulqulluu itti kennef sababeefachuun qophilee qophaa’an ilee isiin biraan gahuf qophitii jira.

Hailemichael Tadesse
https://youtu.be/p04JPxwQjJs












Kadhata Biyya Ormaatti.

Maqaa Abbaa kan Ilmaa kan Afuura qulqulluu Waaqa tokkoon ameen.

Waaqa Qulqullootaa Yaa Waaqayyo biyya ormaatti Yooseefiin kan eegde kan isaaf qophaa 'e kiyyoo fi du'a ayyaana laatteefii kan oolchite lammii isaaf abdii fi nyaachisaa akka ta'u kan gargaarte Daani'eel waaqeffannaa keetiin hinaafee galata kee dhiisuu didee amantii isaatti waan jabaateef boolla Leencotaatti yeroo gatamu waan hundumaa jijjiirtee ulfina kee kan itti mul’iste yaa Waaqayyo keenya, biyya ormaa kanaan jiraadhu kadhannaa akkan dhiyyeessuuf waan naaf eeyyamteef sin galateffadha

Har'as ani mucaankee jireenyakoo dhiibuuf, maatiikoo gargaaruuf akkan danda'uuf biyya ormaa aantiikoof firakoorraa adda ba'ee namoota qooqi isaanii qooqakoo, amantiin isaanii amantiikoo waliin wal hin fakkaanne gidduu jiraachuuf dirqameera. Gara laafessa fi kan namaaf gadditu yaa Abbaa namoota biyya ormaa jiraatan irra rakkina ga'e yeroon dhaga'u anis sodaadhaan qabameen nagaan koo na duraa jeeqama na muudata jedhee kanan yaade duroominni nageenya, gammachuu fi namatti toluun hundumtuu eebba biyyakoo jiru naaf caalu hin dandeenye Kanaaf iyyuu yaa Gooftaa ecgumsikce narraa adda hin ba'in. Kaayyoo koos fiixaan baafadhee aantiikoo rakkoo keessa jiru gargaaruu akkan danda'u na dandeessisi.

Amantiikoo akkan jijjiiru kiristaanummaakoo akkan dhiisu waaqeffannaa kee irraa akkan fagaadhu kan taasisan gufuuwwan hundumaa naaf dhibamsiisi.

Ulfinakoo fi amantiikoo nyaataa fi dhugaatiif faayidaa yerootifis akkan hin jijjiirre na gargaari. Gochaakees ilaalee siin akkan yaadadhu fi akkan si kabaju na taasisi. Jaalalaa fi suurraa ulfinaas naaf kenni. Kaka'umsa diinaatiifis hojiihin taaneef akka natti hin fayyadamneef eegumsikee narraa hin fagaatiin.

Kan yeroo faayidaa addunyaan amantii koo fi aadaakoo hiyyeessa aantii koos akka na hin irraanfachiisne akka Asteer akka Mardookiyoos hubannaa naaf kenni hanga bara baraatti eegumsa keen narraa adda hin ba'in Ameen.

Yaa Abbaa keenya.........

Galmee kadhannaa irraa






Camsaa 12

Bagaa guyyaa kabajaa Qulqullotaa hardhaa yadatamanii olaaniin isiin gahee.

Guyyaa hardhaa foon Qulqullu Abbaa keenya Taklahayimanot Dabraa Asboo irra gara Dabraa Libanoosiitii kan gefamedhaa. Qulqulluu abbaan keenya Waggaa 29 guttuu kadhataan kan dabarsanii akkasumaa ilee Wagaa 7 amoo lukaa isanii tokkon ta'uun kan kadhanaa nuuf gochaa turanidhaa. Kanafuu abbotiin mana amantaa kenyaa guyyaa hardhaa halaa garidhaan Qulqullu Abbaa keenya kabajaa nii oluu. Kessatuu nannoo Dabraa Libanoos irratii halaa bayee bayee namaatii toluun nii kabajamaa. (Filsata Atsim)

Ebii Qulqullu Abbaa keenya Taklahayimanot hundaa keenya waliin haa ta'uu. Namoonii bakaa Qulqullu abaan keenya itii boqatan demtanii suugaa isanii argataniis ta'ee namonii isiinif mijachuu didee manumaa kessanitii sugaa Qulqullu Taklahayimanot argataan hundii keessanu Bagaa guyyaa hardhaa gessanii. Qulqullu Abbaan keenya hundaa keenyaa nuu haa ebisanii.

Akkasumaa ilee guyaa hardhaa guyyaa kabajaa qulqullu Ergamaa Mikaa'eel itii yadanudhaa. Ergamaa qulqullu Mikaa'eel eguumsa isaan nuu waliin haa ta'u.

HaileGabriel




Faarfaanna Afaan Oromo, Haadha Goofta, F/taa Dn Seefuu Naggasaa
https://youtu.be/U3c-d9YDV5I








Baga Ayyaana Hosaa’inaa geessan

Damee muka meexxii harkatti qabatanii, isa simuudhaaf ba'an; sagalee guddaadhaanis, “Hosaa'inaa, mootiin Israa'el inni maqaa Waaqayyoo gooftaatiin dhufu galateeffamaa dha” jedhan yoh 12-13

Iyyaasuus Kiristoos Maaliif ilmoo Harre irra ta’e gara Iyyaarusalem seenee? Inii hoo motiidha, Aduunyan hundii harkaa isa jirtii waan barbaadee kan abbomuu hoo isa inni garuu maaf Harre qofa filaate jettaanii of gafaatanii beektu?

Baga geessan.

Показано 20 последних публикаций.

303

подписчиков
Статистика канала