Репост из: SEENAA TUBE
𝐉𝐚𝐥𝐚𝐥𝐥𝐢 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐟𝐚𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐚?
Jaalalli maal fakkaata? Namoota gargaaruuf harka qaba. Hiyyeessaa fi rakkataaf miila ariifatee biraa ga'uu qaba. Ija gidiraa fi hawwii argu qaba. Iyya fi gadda namootaa dhaga'uuf gurra qaba. Jaalalli akkana fakkaata.
@Seenaa_Tube