Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Oduu Gammachiisaa!
Baankiin Gadaa kenniinsa tajaajila isaa daran saffisiisuuf Moobayil Baankiingi karaa USSD *877# fayyadamuun tajaajila daddabarsa mallaqaa saffisaa Baankii Gadaa irraa gara Baankii birootti akkasumas Baankiiwwan garaagaraa irraa gara Baankii Gadaatti kennaa kan jiru yoo ta’u ammas dabalataan tajaajila mallaqa daddabarsuu Teleebirrii irraa gara Baankii Gadaatti akkasumas Baankii Gadaairraa gara Teleebirriitti kan eegale ta’uu gammachuun isin beeksisa.
Good News!
To further accelerate its service delivery, Gadaa Bank has been providing fast money transfer services from Gadaa Bank to other Banks and Vice versa using Mobile Banking Service via USSD *877# and Today, we are pleased to announce that we have launched money transfer services from telebirr to Gada Bank and vice versa using our Mobile Banking Service via USSD *877#.