👌 Hoggantoonni dhugaa ilaalcha sammuu addaa kan of keessaa argannoo irraa maddun adda baafamu. Kunis gatii ofii fi yaada ofii cimaa, gaarii, ofitti amanamummaa qabu uuma. 👌True leaders are distinguished by a unique mental attitude that emanates from an internalized discovery of self. This creates self-worth and a strong, positive, confident self-concept. 👌Hoggantoonni dhugaa aangoo hin barbaadan, garuu fedhii kaayyoo kabajamaa galmaan ga’uuf qabaniin kan oofan. 👌True leaders do not seek power, but are driven by a passion to achieve a noble cause.