Guys badhasa kana irratti hirmadha challenge torbee tokkof turuudha
Badhaasni qormaataa akka armaan gadiitti ta'a.
1ffaaf.3000 Qar.isa duraatiif
2ffaaf.2000 Qar.
3ffaaf 1000 Qar.
Qormaanni kun Jimaata (29/02/2017) xumurama.
👇👇👇👇
Daangaa tajaajila keenyaa babal'isuun namoota hedduu bira ga'uu fi chaanaalii Telegiraamii kana dhaqqabamaa taasisuuf Qormaanni Lyyi ifatti eegalameera.
Jalqabaa irratti channel kan join godha 👇👇
https://t.me/+2pfxyNrquUBkNjg0Egaa join gootan booda username isinif kennamu faayadamuu link afferaa keessa argachuu ni dandeessuu maqaa keessa barressun fi link jettan gaafatu
Sana booda link garee, chaanaalii fi hiriyoota keessaniif illee isiniif ergamu share, yeroo isaan chaanaalii kana seenan hunda lakkaa'amtu.
Namoonni 3 injifatan namoota baay'ee karaa link isaanii refer godhanii ta'u.
Qormaanni kun guyyoota 7f kan turu yoo ta'u, Jimaata sa'aatii 3:00 PM irratti xumurama.
carraa gaarii!