#MinistryOfEducation
Barattoonni bara 2014 qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa qoramanii qabxii 50% ol argataan gara Yuunivarsitiitti darbuu akka danda'an Ministeerri Barnootaa ibsaa har'a midiyaaleef keennen beeksiseera.
Bara barnootaa 2014tti barattoonni kuma 899 fi 520 qoratamaniiru.
Kanneen keessa qabxii quubsaa (% 50 ol) fiduun kan darban garuu kuma 29 fi 909 duwwaa dha.
Kana jechuun dhibbentaa 3.3 qofaatu darbe jechuu dha, akka Proff. Biraanuu Naggaa Ministirri Ministeera Barnootaa qormaata kaleessa lakkifame ilaalchisuun ibsa kennanitti.
Qabxiin Olaanaan Barattoota saayinsii uumamaa dhiiraan 700 irraa Qabxii 666 fi dubaraa irraa 650 galmeessaniiru.
Saayinsii Hawaasummaatiin 600 keessaa qabxii 524 galmeeffameera.
@Gadaamagazine