🚩🚩🚩🚩🚩
👤👤 Admin ta'ee nama nu waliin hojjetu ni barbaadna! 🥳
Group fi channel telegram keenya irratti namoota nu waliin hojjechuu barbaadaniif itti gaafatamummaa kennuudhaan akka nu waliin hojjetan ni heeyyamna. Kanaafuu namoonni ulaagaalee armaan gadii kana guuttan karaa keessaa nu dubbisaa!
➊. Dandeettii Qubeessuu Afaan Oromoo kan qabu/qabdu. (Baay'ee barbaadama)
➋. Yaada maddisiisee mata duree adda addaa irratti barreessuu kan danda'u!
➌. Amansiisuu kan danda'u!
➍. Yeroo barbaadametti sarara irratti(online) nama argamuu danda'u.
➎. Channel mataa isaa kan hin qabne yoo ta'ee fi hojjechuudhaaf kaka'uumsa kan qabu yoo ta'e gaaridha.
#Notice: Channelee yookiin group adda addaa irraa barreeffamoota forward #share gochuun baay'isee dhoorkaadha.
Nu Qunnamuuf:
✍️ @Getu_Abera
✍️
Fayyadamaa!