Dhimma filannoo fi murtoo keessanii!
Filannoo fi murtoon kee waan lama keessaa tokko agarsiisa...
1. Abdii
Yeroo waa’ee egeree yaaddee filannoo fi murtoo gootu dhiibbaa hamaa kamirraayyuu bilisa waan taateef sammuu ifaa filannoo fi murtoo sirrii ta’e godhu ni qabaatta.
2. Sodaa
Yeroo sodaa irraa kan ka’e filannoo fi murtoo gootu, wanti tokko na mudata ykn carraa na jalaa darba jettee yaaddee, dandeettiin sababeeffannaa kee duumessa ta’ee filannoo fi murtoo miiraa booda itti gaabbitu ni goota.
🔵 Filannoo fi murtoon keessan abdii irratti kan hundaa'e haa ta'u!
🔗 @Gorsa_Ganamaa