Har'a jalqabi!
Gahumsi barnootaa kee of tuulummaa ykn dadhabina kee osoo hin taane qormaatuuf qophii kee agarsiisa. Yoo akka gaariitti qophoofte bu'aa guddaa argatta!
Bu’aan kee kanaan duraa gadi aanaa ykn giddu galeessa ta’uu danda’a; Har'a irraa kaastee murteeffattee guyyaa guyyaan yoo qo'atte, gaaffii baay'ee yoo goote na amanaa, bu'aa gaarii argatta! Waan facaafte haammatta!
@Hiree_koo12
@Hiree_koo12
@Hiree_koo12
Jijjiiramni amma eegala!