Репост из: MUL'ATAA KEENYA
(1) SODAA: Sodaan carraa lafa jirutti akka hin fayyadamne si dhoorka.
(2) WALLAALA: Wollaalli murtoo gaarii aka hin murteessine si godha.
(3) AARII: Aariin wontoota sirritti madaaltee akka hin tarkaanfanne si danqa.
(4) HINAAFFAA: Hinaaffaan of guddisuu irratti akka hin xiyyeeffanne si dhoorka.
(5) OF-TUULUMMAA: Namoota biroo irraa akka hin baranne si dhoorka.
(6) SHAKKII: Shakkiin of amanuu fi abjuu kee milkeessuuf bu'aa ba'ii jiru akka hin uggine si godha.
(7) JIBBA: Jibbi nama fooyya'aa akka hin taane si godha.
(8) DHIIFAMA GOCHUU: DHABUU: Nama bilisa taatee akka hin jiraanne si dhorka.
(9) SOBA: Namoonni akka sitti hin amanne si godha.
(10) BOONA: Boonuun dogoggora kee akka hin arginee fi irraa akka hin baranne si dhorka.
“Barreessaa ta’uu yoo barbaadde, waan hunda caalaa waan lama hojjechuu qabda: baay’ee dubbisuu fi baay’ee barreessuu.”
https://t.me/Binance_Moonbix_bot/start?startapp=ref_873652290&startApp=ref_873652290
Join the Moonbix Journey! Get 1000 Coins as a new player and stay tuned for exciting airdrops and special rewards from Binance!