✅Yoo guddachuu barbaadde waan namoonni baay’een hojjetan irraa waan adda ta’e hojjechuu qabda
💵Milkaa'ina daldala biroo irra deebi'uun fagoo si hin geessu.🪙
💫 Milkaa’inni jechuun orjinaalummaa jechuudha, daldala keessatti immoo namootaaf waan isaan barbaachisu dhiyeessuu jechuudha.
🆘Daandii mataa keetii filachuudhaan balaa fudhadhu.Kunis daldala kee waliin akka guddattu si gargaara.
▶️ Yaada daldalaa🧠
⛓Like 👍 Share 🐍 Save🔖