Hundaa wolit fiddaa
Adii fi Guraachaa
Biyyas hin filattuu
Hundaa sit maraachaa
Kan gargar sin baafnee
Haalliif dhibeen baraa
Yoomuu addan qoodhuu
Rakkoo fi gidiraa
Fuula lafaa gubbaa
Kan siif ta'ee firaa
Dachiirraa godaanaan
Hin beekamuu baraa
Harraa Kan nuuf ta'e
Hollaa fi hirriyaa haqaa
Jaalala jedhamaa
Eeyyee baraa baqqaa
➪@Musaab_Naasir
➪@Musaab_Naasir
Adii fi Guraachaa
Biyyas hin filattuu
Hundaa sit maraachaa
Kan gargar sin baafnee
Haalliif dhibeen baraa
Yoomuu addan qoodhuu
Rakkoo fi gidiraa
Fuula lafaa gubbaa
Kan siif ta'ee firaa
Dachiirraa godaanaan
Hin beekamuu baraa
Harraa Kan nuuf ta'e
Hollaa fi hirriyaa haqaa
Jaalala jedhamaa
Eeyyee baraa baqqaa
➪@Musaab_Naasir
➪@Musaab_Naasir