Kee Jaalalli Addaa
Kamiin Wolfakkeessuu
Halkanii fi guyyaa
Sidha Kanan Faarsuu
Hedduun si jaaladhaa
Akka damma daamuu
Halkanii fi guyyaa
Sidha kanan waamuu
Siin qixa hin qabu
Uumama hundarraa
Hedduudha bareedda
Akka ilillii birraa
Sidha Kan naaf caalu
Eenyutu naa jiraa
Garuu ati eenyuu
Sin barree adaraa
Jedhee Wolaleessee
Ani Guyyaa Duraa
Namoota Baay'eetu
Natti Kolfaa Jiraa
Maaliif Kokkolfituu
Taatanii Qalamee
Yaanni Wolaloo koo
Siniif Galeeraa mee?
➪@Musaab_Naasir🌟
➪@Musaab_Naasir🌟
Kamiin Wolfakkeessuu
Halkanii fi guyyaa
Sidha Kanan Faarsuu
Hedduun si jaaladhaa
Akka damma daamuu
Halkanii fi guyyaa
Sidha kanan waamuu
Siin qixa hin qabu
Uumama hundarraa
Hedduudha bareedda
Akka ilillii birraa
Sidha Kan naaf caalu
Eenyutu naa jiraa
Garuu ati eenyuu
Sin barree adaraa
Jedhee Wolaleessee
Ani Guyyaa Duraa
Namoota Baay'eetu
Natti Kolfaa Jiraa
Maaliif Kokkolfituu
Taatanii Qalamee
Yaanni Wolaloo koo
Siniif Galeeraa mee?
➪@Musaab_Naasir🌟
➪@Musaab_Naasir🌟