Assalamuaelykum warahmatuahi wabarakatuh
Miseensota Jama'a al uswah hunda keessanu jazakalllah jecha haasawa kiyya eegala akkuma beekamu challenge suura maxxansuu akkuma itti fufee jiraa haata'u malee kanuma jidduutti miseensoonni keenya yaada haaraa kaasan yaadni sunis suura qofa maxxansuun maal bu'a qabaa yoo wal moggaan #challenge qarshiidha hin godhin jachuun yaada kana kaasani jiruu nutis yaada isaani fudhachuun #challenge qarshii sa'aa 2 irraa kaasudhaan hundi keessanu gara account al uswah akka ergitan akka iratti hirmaattan dhaamsa keenya isif dabarsinaa
#challenge_qarshii har'a galgala sa'a 2:00 iratti ni gaggeeffama hundi keenyahu qarshii #100 irraa kaasnee itti haaqophoynu
Share walif godhaa
t.me/AluswahVoluntaryAssociation
https://t.me/Aluswahtemsaletvoluntary