🗣️ BLUM should heal the Telegram projects
✅ Milkaa'ina Notcoin booda Hamster Kombat taphattoota Miliyoona 300 argachuun rikardii gudda galmeesse, kana irra kan ka'e taphattoni "the biggest airdrop in history" eegaa turan.
✅ But Hamster disappointed people ✋, kana fi projectwaan kanneen biroo hin milkoofne irraa kan ka'e namoonni Airdrop Telegram fi Ton irra akka bahaan taasiseera.
✅ Blum amma project guddaadha, team muuxannoo qabuu fi Binance dhan kan deeggaramudha.
Kana malees, kun tapha qofa miti, Blum DEX (Decentralized Exchange) Memecoin Launchpad TON irratti hundaa'ee dha.
✅ So, fuulduri project crypto, TON Telegram bayyinan harka team Blum keessa jira!
✅ Milkaa'inni Blum namoota deebisuufi kan haara ta'an illee gara Project Telegram ti fiduu danda'a.
Failure in this case can hurt even more than the failure of the Hamster.
© Web3 Vibes