Hiriirri mormii sirna pp balaaleffatu barattoota mana barumsaa Dirree Dhawaan gaggeeffamaa jira
[SQ- Guraandhala 5/2021]
Mormiin sirna pp balaaleffatu kan kan mana barnootaa qophaayinaa Amboon ganama eegale barattoota Dirree Dhawaan itti fufee jira.
Hiriira mormii kana irratti hidhamtootni siyaasaa haa hiikaman Filannoo dura nagaa fi Tasgabbiin biyyaaf jiraachuun murteessaa dha kan jedhuun waamicha MCBOf ABOn labsame KFOn ofitti fudhate akka hojiirra ooluu qabuuf waamicha dabarsaniiru.
Mormiin barattoota mana barnootaa qophaayinaa AMBOOn qormaata hin fudhanna osoo sabni keenya qaroo keenya ajjeefamuu, hidhamuu jechuun eegale yeroo ammaa baha Oromiyaa keessatti magaalaa Dirre Dhawaatti kan deemsifamaa jiru tahuun itti fufee jira