🔅 Sammuun keenya garaa keenya caalaa beela'a
💡 Sammuun soorata yeroo yerootti argachuu fedhu qaba,
💡 Sammuun soorata barbaachisaa hin arganne,
💡 Hin quucara,
💡 Madda yaada gaarii ta'uurra kan yaadota faallaa maddisiisu ta'a,
💡 Bu'aa gaarii argachuuf jiraachuurra, madda summii badiisaa facaasu ta'a,
💡 Waan qabuuf waan hin qabne gargar baasee hin hubatu, dhabuu qofa lakkaa'aa,
Walumaa gala sammuun soorata gaarii dhabee agabaa'e madda rakkooti.
• Sammuu kee soori haa guddatuu,
• Leenjisi yaadota gaariidhaan,
• Dubbisi kitaabota isaaf malu,
• Albuuda qarshii kamiin hin tilmaamamne of keessaa akka qabdu hubadhu,
Ciminnii fi guddinni sammuu kee ofiikeef, maatii keef, naannoo keef, addunyaaf bu'aa gaarii akka argamsiistu si taasisa. 🙏
@Reading_pdf 📚