Yaaqob 1:26 erga ganama akkan jedhaa
26 Namni, nama amantii qabu of se'ee, arraba isaatti immoo luugama hin keenye, inni of sossoba malee, amantiin isaa waa'ee hin baasuuf.
27 Waaqayyoon sodaachuun inni Waaqayyo keenyaa fi abbaa keenya duratti qullaa'ee fi xurii hin qabne garuu, ijoollota abbaa fi haadha hin qabne, dubartoota abbaan manaa irraa du'es rakkina isaanii ilaalanii gargaaruu dha; xuraa'ummaa biyya lafaa irraas of eeggachuu dha.
@Seenaa_Tube