𝐅𝐚𝐫𝐟𝐚𝐧𝐚𝐚𝐚 18;1 𝐚𝐤𝐤𝐚𝐧 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐚𝐚
18Yaa Waaqayyo aangoo ko,
ani sonaan sin jaalladha;
2 Waaqayyo kattaa koo, masaraa koo, oolchaa koo tis;
Waaqayyo koo da'oo dhagaa isa ani kooluu itti galuu dha;
gaachana koo, isa akka gaanfaa fayyina koof faccisu,
iddoo dhokannaa koo isa ol jedhaa dhas.
3 Waaqayyoon isa jajamaa nan waammadha,
inni immoo harka diinota koo na oolcha.
@Seenaa_Tube