BIYYAKOO
Bakka Jireenyaaf tolu
Isa qabu Hunda of keessaa
Fedhii Lubbuukoo mara
Isatu Dheebuu baasa.
Gaadisakoo,Da'ookoo
Kan Naaf ta'e Boqonnaa
Ifakoo Halkaaniif guyyaa
Dhabamsiisa Dukkanaa.
~
Bakka Jireenyaaf tolu
Isa qabu Hunda of keessaa
Fedhii Lubbuukoo mara
Isatu Dheebuu baasa.
Gaadisakoo,Da'ookoo
Kan Naaf ta'e Boqonnaa
Ifakoo Halkaaniif guyyaa
Dhabamsiisa Dukkanaa.
~