HIN OBSUU....
Yeroo Afuurrisaa
Kessa kootti Asaasu
Sodaa Narraa Cabsee
Bilisa na baasu.
Jechoota Jajjannaa
Keessakoo Mirmirsu
Lapheekoorraa Guutee
Qalbii na Liqimsu
Ofirraa fagaadhe
Yoon isatti dhihaadhu
Kan Yesuusin Alaa
Waan Mara Tuffadhu.
Gaaddisa Ormaa jibbee
Bobaasaatti yoon Fiiguu.
Isa keessa Dhokadhee
Ijaarsa biraa Diiguu.
Halkaan Utubaa Ibiddaan
Guyyaa Dumessa isaatiin
Galma kootti yoon deemu
Humnaaf Jabina isaatiin
Har'as isaan Jiraachaa
Abdii Boriis Godhachaa
Baay'ina Araara isaatiin
Yaada garaa Haareffachaa
Akkan Jiraadhuuf Carraa
Guddaa isa naaf kenne
Yeroof haala kamiinuu
Tasuma isa nan Ganne
Badiisa na baraaruuf
Of keessa isa na dhoksuu
Jaalalleekoo Amanamaa
Yesuuskoo Jajuu hin Obsu
@Seenaa_Tube
Yeroo Afuurrisaa
Kessa kootti Asaasu
Sodaa Narraa Cabsee
Bilisa na baasu.
Jechoota Jajjannaa
Keessakoo Mirmirsu
Lapheekoorraa Guutee
Qalbii na Liqimsu
Ofirraa fagaadhe
Yoon isatti dhihaadhu
Kan Yesuusin Alaa
Waan Mara Tuffadhu.
Gaaddisa Ormaa jibbee
Bobaasaatti yoon Fiiguu.
Isa keessa Dhokadhee
Ijaarsa biraa Diiguu.
Halkaan Utubaa Ibiddaan
Guyyaa Dumessa isaatiin
Galma kootti yoon deemu
Humnaaf Jabina isaatiin
Har'as isaan Jiraachaa
Abdii Boriis Godhachaa
Baay'ina Araara isaatiin
Yaada garaa Haareffachaa
Akkan Jiraadhuuf Carraa
Guddaa isa naaf kenne
Yeroof haala kamiinuu
Tasuma isa nan Ganne
Badiisa na baraaruuf
Of keessa isa na dhoksuu
Jaalalleekoo Amanamaa
Yesuuskoo Jajuu hin Obsu
@Seenaa_Tube