WALALOO AFUURAA NA WAJJIN JIRA
Abidda keessa
Na wajjin lixa
Dhimma Ulfaataa
Dursee Naa fixa
Galaana Rakkoo
Jechasaan hiraa
Takkaa hin dhibamu
Yoomuu na biraa
Bakka hundatti
Na wajjin Jira
Isa Olka'aa
Gaara gad qaba
Yeroon Dadhabus
Harka na qaba
Yeroottiin dhabu
Homaa of harkaa
Na dhaaba Fidee
Eebba wallakkaa
Anaaf ta'a
Waan hundaakoo
Naaf duucha
Qaawwaaf Mudaakoo
Hadhaa'aakoo
Naa Mi'eessa
Gabaabaakoo
Naa dheeressa
Cabaakoo naaf
Godha fayyaa
Harkasaa naaf diriirse
Na ceesisaa Halayyaa.
Boo'ichakoo
Faarsaa godha
Na Oolchuuf
Of Aarsaa Godha
Ibsuuf Dukkanakoo seena
Wal wajjin Gamatti ceena
Jechaan Diinakoo Rukuta
Hamaankoo sanaan bututa
Kanaafan Waaqatti of buta
@Seenaa_Tube
Abidda keessa
Na wajjin lixa
Dhimma Ulfaataa
Dursee Naa fixa
Galaana Rakkoo
Jechasaan hiraa
Takkaa hin dhibamu
Yoomuu na biraa
Bakka hundatti
Na wajjin Jira
Isa Olka'aa
Gaara gad qaba
Yeroon Dadhabus
Harka na qaba
Yeroottiin dhabu
Homaa of harkaa
Na dhaaba Fidee
Eebba wallakkaa
Anaaf ta'a
Waan hundaakoo
Naaf duucha
Qaawwaaf Mudaakoo
Hadhaa'aakoo
Naa Mi'eessa
Gabaabaakoo
Naa dheeressa
Cabaakoo naaf
Godha fayyaa
Harkasaa naaf diriirse
Na ceesisaa Halayyaa.
Boo'ichakoo
Faarsaa godha
Na Oolchuuf
Of Aarsaa Godha
Ibsuuf Dukkanakoo seena
Wal wajjin Gamatti ceena
Jechaan Diinakoo Rukuta
Hamaankoo sanaan bututa
Kanaafan Waaqatti of buta
@Seenaa_Tube