Siinqee Bank, Mercy Corps Ethiopia Signs MoU
Siinqee Bank has signed a Memorandum of Understanding with Mercy Corps Ethiopia to work together on facilitation of inclusive financial services for Productive Safety Net Program (PSNP) households in West and East Hararghe Zones of Oromia Regional State.
The MoU is also aimed at developing a sustainable access to finance linkage model for PSNP communities with Siinqee Bank as a viable market segment. The MoU was signed by Siinqee Bank President Mr. Neway Megersa and Mercy Corps Ethiopia Country Director, Mr. Edwin Kuria.
Baankiin Siinqee Mersii Koorpis Waliin Waliigaltee Walhubannoo Mallatteesse
Baankiin Siinqee dhaabbata Mersii Koorpis Itoophiyaa jedhamu waliin hojjechuuf waliigaltee walhubannoo mallatteesse. Sirni waliigalaltee mallatteessuu har’a, Amajjii 06 Bara 2017 A.L.I Finfinnee, waajjira muummee Baankii Siinqeetti bakka aangawoonni olaanoo dhaabbilee lamaanii argamanitti gaggeeffameera. Kaayyoo guddaan waliigaltichaas pirojektii ‘Highlands Resilience Activity’ jedhamu maallaqa USAIDn deeggaramu waliin hojjechuudhaan jiraattotaa fi dhaabbilee mayikiroo fi xixiqqaa dhiyyeessii tajaajila faayinaansiin ala jiraniif carraa hojii bal’aa fi hundagaleessa ta’e uumuudhaan guddina dinagdee isaanii utubuu ta’uunsaa beekameera.
ሲንቄ ባንክ ሜርሲ ኮርፕስ ኢትዮጵያ ከተሰኘ ድርጅት ጋር የመግባቢያ ሰነድ ተፈራረመ
ሲንቄ ባንክ ሜርሲ ኮርፕስ ኢትዮጵያ ከተሰኘ መንግሰታዊ ያልሆነ ግብረ-ሰናይ ድርጅት ጋር አብሮ ለመስራት የሚያስችለውን የመግባቢያ ሰነድ ዛሬ ጥር 6 ቀን 2017 ዓ.ም በባንኩ ዋና መ/ቤት ተፈራርሟል፡፡ የመግባቢያ ስምምነቱ በምዕራብና ምስራቅ ሀረርጌ ዞኖች የሚገኙ የሴፍቲ ኔት ፕሮገራም ተጠቃሚዎችን ቀጣይነት ባለው ሁኔታ በፋይናንስ ተደራሽ በማድረግ የኑሮ ሁኔታቸውን ለማሻሻል ያለመ ነው፡፡
#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER