Kutaa 1ffaaaa......
@Sin_Dhebodhee🥹💔
GAR-TOKKEEKOO DHUGUMA SIN YAADE!🥺
Galgala hunda si faana taphadhee" nagaan naaf buli Tokkicha koo. Sin jaaladha "jedhee nagaa sitti dhaammadhee rafuun yaade!
Ganama hunda hirriiba kiyyarraa akkan dammaqeen, ergaakee " akkam naaf bulte tokkichaa koo " jedhun yaade.
Yeroon dadhabee dhufe dadhabbiikoo sitti himadhee sitti haar-galfachuun yaade.
Yeroon yaadda'ee, dhiphadhe, dhiphina koo sitti himadhee, narraa qooddattee, sitti boqochuun yaade!
Tasgabbiin sagalee kee Aannanee hin quufamne saniin onneef Sammuu koo boqochistee tasgabbeessuu keen yaade.
Gorsa kee mi'aawaaf jajjabina kee saniin yaade.
Namoota jidduu taa'een waa'ee kee onneef Sammuu kootti hasaasee gunguma. Jaalalaaf mararfannaa keenya yaadadheen yaadaan takka si faana kolfee taphadha. Takkammoo si mararfachaa Egeree keenya si faana mari'adha.💘
Kutaa 2fffaaa itt fufa....
@Alem_Official1