Namni akeekaa fi galma barbaadame bira gahuu kan dadhabuuf waan rakkinni isaa baay'ateef utuu hin ta'in waan dafee abdii kutatuufidha.
Wanti dafee dhufu dafee bada wanti obsaan eeggatanii argatan garuu hamma dhumaatti nama fayyada nama quubsaas.
Of amansiisi !sammuu keetti dhimma bahi !galma gahuuf akeekte bira gahi !
Jalqaba irratti, hawwii akka mul’ata egetti hin ilaalinaa, akka hojii ciccimoo of dhugoomsuu fi waan gaarii gara addunyaa kanaatti fiduuf nu dandeessisanitti ilaalaa.
🤫👉 Waan barbaachisaa ta'e, waan itti amantuu fi waan itti boontu hojjedhu. Haalli kun hojii gaarii hojjechaa akka jirtu hubachuuf si gargaara.
🤙👏 Waa’ee ogummaa fi dandeettii kee namootatti himuuf hin qaana’iin— cimtee hojjetteetta taanaan, beekamtiin argachuun siif mala. ☆
@Sona_Official1