#Jijjiirama_Guyyaa_Eebbaa_Isin_Beeksisuu_Ta'a
Guyyaa eebbaa irratti fooyya'insi ta'eera
Seeneetiin Yuunivarsiitii Wallaggaa walgahii isaa Idilee guyyaa Muddee 28/2017 taa'een Guyyaan Eebbaa Waggaa Walakkeessaa (2017) kan barattoota Inistitiyuutii Saayinsii Fayyaa, barattoota Saayinsii Yaalii Beeyiladaafi barattoota teel-eebbaa (Post Graduate) Gurraandhala 8/2017 murteessee isin beeksisuun keenya ni yaadatama.
Sababoota qophii xumuriifi firii/bu'aa qormaata ba'insaa biyyooleessaa kaadhimammtoota eebbifamoo eeguun walqabatee guyyaan Eebbaa #Gurraadhala_9/2017 (Dilbata) akka gaggeeffamu murtaa'eera.
______
#የምርቃት_ቀን_ለዉጥ ስለማሳወቅ
የወለጋ ዩኒቨርሲቲ ሴኔት ታህሳስ 28/2017 ባካሄደዉ መደበኛ ስብሰባዉ የ2017 የትምህርት ዘመን የዓመት አጋማሽ የጤና ሳይንስ እንስቲትዩት፣ የእንስሳት ህክምና ሳይንስ ትምህርት ቤት እንዲሁም የድህረ ምረቃ ተማሪዎች የምረቃ መርሃ-ግብር የካቲት 8/2017 ዓ/ም እንድካሄድ መወሰኑን ማሳወቃችን ይታወሳል።
ይሁን እንጂ ዝግጅት ከማጠናቀቅና የዕጩ ምሩቃን ተማሪዎቻችን ሀገር-አቀፍ የመዉጫ ፈተና ዉጤት ለመጠበቅ የምርቃት ቀን የካቲት 9/2017 (እሁድ) እንዲካሄድ ተወስኗል።
ወለጋ ዩኒቨርሲቲ
@wu_news