Kutaa 39ffaa
#Jaalalichi_siif_galeeraa?
“Kanaaf Yesus, "Ilma namaa kana erga muka irratti ol fuutanii, eenyu akkan ta'e, ani isa abbaan na barsiise akkan dubbadhu malee, ofiin homaa akka ani in hojjennes in hubattu.”
— Yoh. 8:28
Rakkinichi dhufaa jiraachuu isaa dursee kan beeku Yesuus irra deddebi'ee " mukarratti fannifamee du'uun guyyaa 3f akka awwaalamuu, isaan boodas du'aa ka'ee akka jiraatu yeroo 2 yookaan 3 bartootaatti dubbateera.
Yesuus akkas jedhee dubbachuu isaan dura waa'ee eenyummaa isaa irratti falmii hedduu isa irratti ka'aa erga turee akkas jedhee yemmuu isaaniif deebisu argina. Dhugaan Kun akka isaaniif galuu fi gaaf tokko akka isa amanan.
Dhiphina Yesuus dhiphate hundumtuu warra cubbamoota fayisuuf gochaa raawwatameedha. kunis Yeroo inni qullaa isaa isaaniif jecha fannoo irratti rarra'ee, asii ol gaara golgootaa irratti isa ilaalan. Yemmuu dhiigi isaa isa irra lola'u, yommuu dhagni isaa reebichaan mammadaa'ee bifi isaa kan biraa ta'ee, yommuu inni dheebotee hadhaa'aa dhugu, qoraattiin mataa isaa irraa, mismaarri immoo harkaaf miilla isaa waraanee miidhamni kun hunduu yemmuu dhugaa ta'u.
Gaaffii "maaliif garuu?" jedhanii yeroo of gaafatan. Deebii isaan argachuu danda'an tokkoo qofaadha. Kanaan ala yemmuu kan biraa barbaadanii dhaban akka amanan beeka.
Jaalala yoo ta'e malee maaliif? Maaliif Miidhamasaa sana hunda fedhe? miidhamuun isaa nuuf yoo ta'e malee isaaf maal bu'aa qaba?
Jaalalichi siif galeeraa? Warra hin hubannes hubachiisuu waan qabnuuf Faayidaa homaa isaaf hin qabu, miidhama guddaaf miidhamuu duwwaa sana kan inni obse, bu'aan isaa nuun nu oolfachuu qofaadha.
Jaalalicha kan hubattu maaliif jettee yemmuu of gaafattuu sababa jaalalaa malee kan biraa yemmuu dhabduudha.
Nun illee deemnee deemnee fannoo isaa bira yemmuu geenyu amma Isa hubanne caalaa yommuu jaalala isaa arginu amanne.
“Yesus kana yommuu dubbate namoonni baay'een isatti in amanan.”
— Yoh. 8:30
t.me/Youth4Christ1