የሀዘን መግለጫ
========
የአዋሽ ባንክ የዳይሬክተሮች ቦርድ አባላት፣ የስራ አመራርና መላው ሰራተኛ በቀድሞ የአዋሽ ባንክ የመጀመሪያው የቦርድ ሰብሳቢና የመጀመሪያው የባንኩ ፕሬዚዳንት በነበሩት የተከበሩ አቶ ቡልቻ ደመቅሳ ህልፈተ ህይወት የተሰማንን ጥልቅ ሐዘን እየገለፅን፣ ለቤተሰቦቻቸውና ወዳጅ ዘመዶቻቸው መፅናናትን እንመኛለን፡፡ የተከበሩ አቶ ቡልቻ ደመቅሳ በአዋሽ ባንክ ምስረታ ላይ ጉልህ ሚና ከተጫወቱት መስራቾች መካከል አንዱ ነበሩ።
አዋሽ ባንክ
Ibsa Gaddaa
=====
Miseensi Boordii Daayireektarootaa, Maanajimantii fi Hojjettootni Baankii Awaash du’aan boqochuu Dura Taa'aa Boordii jalqabaa fi Pirezidaantii jalqabaa Baankii Awaash kan turan Kabajamoo Obbo Bulchaa Dammaqsaatti gadda nutti dhaga'ame ibsaa, maatii fi hiriyoota isaaniif jajjabina hawwina. Kabajamoo Obbo Bulchaa Dammaqsaa hundeessitoota Baankii Awaash keessatti gahee olaanaa taphatan keessaa tokko turan.
Baankii Awaash