Baankiin daldalaa Itoophiyaa fi ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii walii mallatteessan.
Bu'uurri waliigaltee isaaniis dhimmoota dijitaaliin walqabatan irratti waliin hojjachuuf akka ta'e ibsame.
Waliigalteen kun, manneen hojii mootummaa federaalaa 26 fi dhaabbileen 360 hojii isaanii keessatti tajaajila fayyadamtootaaf kennan karaa filannoo dijitaalaatiin kaffaltii akka argataniif haala kan mijeessudha.
Pirezidaantii itti aanaan dijitaal baankii BDI obbo Wagaayyoo G/Maariyaam waliigaltee mallattaa'e kanaan dhaabbileen kaffaltii isaanii karaa CBE Birriin akka sassaaban kan taasisu ta'uu ibsaniiru.
Minister deetaan ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Dr.
Yaashihun Alamaayyoo akka jedhanitti, waliigaltichi hojii mootummaa ammayyaa fi bu’a qabeessa taasisuu keessatti gahee olaanaa qaba.