Dorgommii kalaqa hojii kan Baankii Daldalaa Itoophiyaa irratti galmooftanii?
Guyyaan Galmee Muddee 15 Xumurama.
**********************
Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa sagantaa TV Dorgommii kalaqa hojiif ispoonsara waan ta’eef ittiin moggaafame.
Dorgommiin kalaqa hojii “Naggaa diraas” kan Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa marsaa 4ffaaf galmeen gaggeeffamaa jira.
“Naggaa diraas” boqonnaa boqonnaatti birrii miiliyoona 1.8 ni badhaasa.
Warra isa dhumaa mo’ataniif immoo Birriin miiliyoonni 5 qophaa'ee jira.
Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa dorgomtoota shanan duraa keessaatti kanneen hammatamaniif, wabii malee liqii akka argataniif qopheesseefii jira
Galmaa'uuf liinkii kana fayyadamaa:
(https://ebc.et/NegadrasRegistration.aspx)
Galma’aa!
Dorgomaa!
Mo’adhaa!
Baankii Daldalaa Itoophiyaa
Baankii yoomiyyuu itti of Abdatan!