hojii PAWS irratti qajeelfamoota haaraa Telegraam irratti gadi lakkifaman xinxallee, yaada keenya waliin walsimsiisuun rakkisaa ta'uu hubannee jirra. Jechuun misoomsitoonni paws gara x isaaniitiin beeksisanii jiru..
Akkuma beekamu guyyaa muraasa dura appiiwwan telegram irra jiran hojii isaanii blockchainii TON qofa irratti tarreessuu akka qaban ajajni bahee ture, kanarraa kan ka'e paws blockchainii Solana irrattis Token isaa launch gochuuf qophii isaa xumuree jira! Solana blockchain irratti launch akka godhamu beeksisee jira
Kanaaf, kana booda PAWS Telegram miniapp itti fufuu dhiisuu akka danda'u yaadachiisuun galmeewwan Paws hundi marsariitii (website) Paws irratti akka argamu ibsee jira!
Paws Solana irratti launch godhamuun isaa hunduma keenyaaf gaariidha
Kana malees gareen paws akka beeksisetti NFT premarket (gabaan dura) boru akka jalqabamu beeksisee jira!
NFT premarket jechuun qabxii PAWS qabdanu osoo paws list hin godhamin gabaa duraa (premarket) irratti gurgurachuun ni danda'ama jechuudha...
Paws dhuma irra qaqqabee jira!
#cryptomiyaa