Seerota hogganaan Kooriyaa Kaabaa Kim Jong Un hojirraa oolchuuf baase keessa muraasa:
=> Taphoonni Piriimiyerliigii Ingiliiz kana booda Kooriyaa Kaabaa keessatti taphni taphatamee ji'a afur booda daawwachuun ykn tamsaasuun danda'ama,Amma fakkeenyaaf ji'a Gurraandhala keessa jirra yeroo amma taphoonni Kooriyaa Kaabaa keessatti daawwatamuu taphoota ji'aa Sadaasa keessa taphatameedha kan ilaaluu danda'u!
=> Namni kamuu kubbaa miilaa hamma fedhe jaallatuus taphoota Piriimiyerliigii Ingiliiz daqiiqaa 60 ol ilaaluu hin danda'uu,taphootni hunduu gara daqiiqaa 60tti gadi bu'un tamsaasamaa!!
Namoonni seeroota kana cabsaan immoo adabbii cimaatu isaan mudata jedhameera😁!