Giiftii shaggooyyee, kiilolee sagaleen ishee simbira inaafsisu, haadha walleewwan ammayyaa Afaan Oromoo, hangafa weellsitoota keenyaa kan taate, Haloo Daawwee seenaa addaatiin yaadatamti.
Baabura Yaabbadheen Dhufaatii hanga Obboleessi Gaariitti, dur bara dukkanaatii hanga fiixee bara dimimisa 1990-ootaatti, akka utubaa tti dhaabbattee Afaan Oromoo kan utubde, fakkeenyi weellostoota dubartootaa, hiriyaan Ilfinash Qannoofi Maaramee Harqaa har'a gara fuula rabbii deemteetti jedhan. Waaqayyo lubbuushee jannata haa qananiisu. RIP