🛜Boqonnaa Sammuu Keetiif Dursa Kenni:
1⃣. Sammuun boqonnaa qabu hojii gurguddaa hojjeta.
2⃣. Kalaqa gurguddaa dhaloonni bara baraan itti fayyadamee jiraatu kan uumu sammuu boqonnaa qabuu dha.
3⃣. Yaada gaarii addunyaa borcamaa jirtu kanaaf furmaata hunda biratti fudhatamu kan oomishu, nama xiin-sammuu isaaf iddoo kenne dha.
4⃣. Iddoo guddaa sammuu keetiif kenni!
5⃣. Yaada xinnoo ofii keetiif gonkumaa hin qabaatin! Waan xiqqoodhaanis of hin madaalin!
6⃣. Yaada namoota hundaa hin deeggarin! Yaada sammuu keetii addatti dhaggeeffadhu!
7⃣. Namni dhugaa dhaga'u, dhugaa dubbachuudhaan addatti hin ilaalamu.
8⃣. Guyyaatti yoo xiqqaate daqiiqaa 15f iddoo tasgabbaa'aa turuun yaada sammuu keetii dhaggeeffadhu!
9⃣. Wanti hundumtuu harka kee keessa jira. Jireenya sitti kenname itti fayyadami! Hundumtuu bakka jirutti gammadee jiraata.
🔟. Sammuu kee irratti dhiibbaa uumuu dhaan haala kamiyyuu moo'attee jiraachuu akka dandeessu siif mirkaneessa.