@ Nageenyi rabbii isiin faana haa jiraatu jechaa.Karoora torbaan kana keessatti WF qabatee isiiniif ibsa.
1/ Harka qalleeyyii afuuriif (4) carraa hojii uumu
2/ Namoota rakkoo sammuu qaban haala uuffanna isaanii dabalatee waan isaan barbachiisun gargaaru.
@ Kanaf kana hubachuudhan miseensoonni waliif foundation hundii keessan hirmaanna yaada ta'ee humnaa akka WF dhaaf keennitaan maqaa WF'niin kabajaa guddaa wajjiin isiin gaafadha.
Galatooma
✍I/G Waliif Foundation
Obbo Sa'id Jamaal