✅️Maarkus Raashfoordi gara Baarseloonaa!
Kilabiin Kaataaloon Baarseloonaa Maarkus Raashfoordi liqiidhaan Maanchistar Yunaayitid irraa fudhachuuf akka barbaadan ibsameera.
Ergamtoonni Maarkus Raashfoord torbee kana Baarseloonaa waliin mari'achuu isaanii gaazexaan Ispeen Diario Sport gabaaseera.
Taphataan lammii Ingiliiz Maarkus Raashfoordis AC Miilaan, Dortmund fi Juventus biratti kan barbaadamu yoo ta'u, hanga ammaatti murtee akka hin murteessine himamaa jira.
Maarkus Raashfoord jijjiirraa baatii Guraandhalaa keessatti liqiidhaan Maanchistar Yunaayitid gadhiisee ganna dhufu dhaabbataadhaan ni gadhiisa jedhamee eegama.