KAAYYOO DHUGAA ™ 🏆


Гео и язык канала: Эфиопия, Английский
Категория: Цитаты


➬ Killeen gaafa humna keessatiin cabxe cuucii taati,Yoo dhiibbaa alaatiin cabxe immoo jireenyi isii dhume.
→Channel Kana jalatti wantoota argachuu dandeessan
✔Jechoota kaka'uumsa📜
✔ kitaaboota pdf📚
✔Jechoota Kolfa🤣
→JOIN GODHAA🥇
★CEO:- @B_Einstein

Связанные каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Английский
Категория
Цитаты
Статистика
Фильтр публикаций


𝙼𝚎𝚎𝚜𝚑𝚊𝚊 𝚊𝚖𝚖𝚊𝚢𝚢𝚊𝚊 𝙲𝚊𝚊𝚕𝚊𝚊; 𝚜𝚊𝚖𝚖𝚞𝚞 𝙸𝚗𝚓𝚒𝚏𝚊𝚗𝚗𝚘𝚘 𝚚𝚊𝚋𝚊𝚊𝚍𝚑𝚞𝚞𝚝𝚒𝚒 𝚐𝚊𝚛𝚊 𝚍𝚒𝚛𝚛𝚎𝚎 𝚜𝚎𝚎𝚗𝚒.

Pr.Miraatuu Shaanqoo


OBSI

➬Beekaa taatuus ➬Rakkataa taatus ➬Huqqataa taatuus ➬Furdataa taatuus

DHOKSI

➬Karoora kee
➬Kufiinsa kee
➬Iccitii kee

SIRREESSI

➬Amala qabdu
➬Oolmaa baddu
➬Boonuu yaaddu ➬Hiriyyaa gantuu

JOIN 🫡 click
JOIN
🫡 clic


Baguma figdani waa jala ba'u hin dadhabin
😁
Etophia


Osoo hin nyaatin dura nama gatii💸 nyaataa gaafatuu waliin hoteela seenuun ni cima🤣


Namaaf jiraatta taanan ofi keef namni jiraatu hinjiru.Ofdursi ofii keef jiraadhu!


Репост из: Sasseeqa media 🤣😅😂
Bilbila 1 Bitachuuf jenne Dirqama Sangaa 1 Warra Jalaa Hiikne gabaa geeysu qabnaa😂

..
..
..


۞- halkan jumu'aa gaafa halkan witrii wajjiin wal qunnamte halkanoowwan witrii biraa caalaa irra kajeelamtuu halkan leeylatul qadriin keessatti kajeelamtuuti.


Ibn Rajab Ibn Hubeyraa irraa fuudhee-Rahimahumallaah

Du'aa'itti jabaadhaa

Rabbiin warra milkii irraa nuhaa taasisu. Amiiiiiiiiiiiin 🤲🤲🤲

Nuufis du'aa'iin nun dagatinaa


Kirkira Sammuu keessanii tu Kirkira lafaa kaasa
ilaalchaa fi Yaada Dadhabaa Kirikirii Ciqiciiqii Sammuu keessanii Kana
Geeddara dhaa✅


Hanqaquun lukkuu qar.25
Qoy inni na dhibu kormaan lukkuus waraana deemuu jalqabeey🤔


Suuraan Gaaddiduu Namaa Malee Eenyumaa Nama Tokkoo Hin Ibsu Suuraa Kee Dhiisi
Fayyaa keetuu Sin
Amanu Ani
Kan Si Aja'ibu


Wanti bu'aa siif hin daballe,

Ba'aa siif dabala


Ethio Telecom irraa Qr 10 liqeeffadheen; Amma kaffaluuf Teelee deemaan jira. Har'a hin banamuu laata?🚶🚶
😄😄😄


🤣
Jaartii tokkotu baankii dhaqxee qarshii kudhanin (10) baafachuu barbaada jennaan, Baankeroonni, "Harme qarshii kudhan baasuun hin danda'amu" ittiin jedhan. Maalif jennaan? "Seeruma baankii keenyaatu hin hayyamu" jedhan...!

Harmeen kunis xiqqoo akka aaruu ta'udhaan "Tole qarshii koo hundumaa naa baasaa" jetteen. Hojjettoonni baankii gaafa lakk. herrega qusannoo harmee kanaa ilaalan qarshii kuma dhibba sadii(300,000),tu irra jira. Jarris deebisanii "Harmee qarshii kana hunda baasii gochuunis hin danda'aamu" ittiin jedhan.

Harmeen kun ammas aaruudhaan "Tole meeqan baafachuu danda'a?" jettee gaafannaan hojjetaan isheen itti dhiyaattee qarshii baafachuu akka barbaaddu gaafatte "Qarshii 2000-3000 baafachuu dandeessu" ittiin jedhe Harmeen kunis "Tole qarshii 3000 naaf baasi" jetteen. Hojjetaan sunis unka fuudhee barreessee qarshii harmeen kun jette irratti guutee mallatteessisee qarshii 3000 kenneef.

Harmeen kunis qarshii 3000 fudhattee qarshii abbaa dhibbaa tokko itti kennitee "Hoodhuu kana abbaa kudhan kudhaniitti naa jijjiiri" jette. Innis "Tole" jedhee qarshii 100 abbaa kudhan kudhaniitti jijjiiree kenneef. Harmeen kunis qarshii abbaa kudhan kudhanii keessaa tokko boorsaashee keessa keewwattee, qarshii 2990 "Hoodhugaa kana herrega qusannoo koo irratti naaf galchi" jettenii qarshii kurnan barbaaddu fudhattee galte. 😀

Jaartiin waan gaarii nu barsiiste! 😔😂


21, 23, 25, 27, 29.
Layilatul-Qadrii Bara Kana Rabbiin Isin Haa Waffaqu 🤲🏾


■ Yoo ofii kee rakkattee, dadhabdee milkaa'uu baatte, rakkina kee kanatti ilmi kee, dhaloonni si boodaa milkaa'uu danda'a.

👉@KAAYYOODHUGAA 👈


Distii ykn Kitlii nu jidduu jiruutu na Rakkise malee yomiin ibidda ofirraa dhorkuu dadhabe jedhe Bishaan.
💦☔️💦💦☔️💦☔️


Репост из: Think Positive💡
💔💌 Jaalala keessatti namni wantoota kana hubate,  ogeessa jedhama,... See more
🤩🤩🤩🤩🤩
🤩🤩🤩🤩🤩
Join us
🌱


Milkaa'insa Jireenyaaf Dadammaqiinsa Qabaachuu Qabdu:

"Hundumaa dursitee gaaffilee armaan gadii kanaan yaada kee akka madaaltu sin gorsa!"

➾ Jireenya kee milkeessuuf maal hojjetaa jirta?
➾ Wanti humna kee itti fixaa jirtu fiixaan ba'iinsaa fi milkii jireenya keetiif si gargaaraa?
➾ Har'a maal hojjette?
➾ Jireenyi kee fuulduratti taakkuu tokko akka tarkaanfatu gootee jirtaa?
➾ Yeroo hundumaa hojii hojjechaa ooltu madaallii irra keessee ni miijantaa?
➾ Hojii kee isa kamtu gaarummaa fi milkaa'inaaf karaa bana?
➾ Hojii kee isa kamtu gufuu sitti ta'uu mala?
➾ Yaada kee keessatti maalii yaada
➾ Hojii hojjettuuf yeroo hundumaa gaabbiin sitti dhaga'amaa?
➾ Maal utuu fooyyessitee si gammachiisa?
➾ Utuu maal siif ta'ee jaalattaa?
➾ Tattaaffiin kee hoo maal fakkaata?
➾ Utuu maal gootee hawwitaa? Wantichi immoo hammam si gargaara?
➾ Kaayyoo fi mul'ata kee waliin ni adeemaa?
...
Of gaafadhu! Deebii isaa barreessii olkaa'adhu!...✍ 👇👇👇👇👇👇@kaayyoodhugaa


Forward ever backward never!

Abraham Lincoln



Показано 20 последних публикаций.