Seenaa_Ajaa'ibaa
"Namicha Xiyyaara Qulqulleessu tokkotu osoo xiyyaara keessaa qulqulleessuu kitaaba mata dureen isaa (Akkamittiin Xiyyaara balaliisuu dandeenyaa), "HOW TO FLY AN AEROPLANE FOR BEGINNERS (Volume 1).Kan jedhu argee dubbisuu eegale.
*Fuula (page) jalqabaa banee dubbisuu yeroo eegalu kan akkas jedhu arge! motora (engine) kaasuudhaaf xuqaa diimtuu kana xuqaa kan jedhu arge! Innis xuqee motora kaafate.
👉Innis baayyee gammadee fuula itti haanutti ce'e.....
*Akka xiyyaarri kun deemu yoo barbaadde xuqaa keelloo kana gadi qabi kan jedhu argee innis xuqaa keelloo sana xuqe.. Xiyyaarris ispeedii baayyee cimaadhaan lafarra deemuu eegale.
*Namichis baayyee gammadee Xiyyaara kana qilleensarra balaliisuuf gara fuula sadaffaatti darbe.
*Fuula sadaffaa irras Xiyyaara kana qilleensarra balaliisuuf xuqaa magariisa kana gadi qabi kan jedhu arge. Innis achumaan xuqaa magariisa sana xuqe! Xiyyaarris akka ajaayibaatti samiirra balali'uu eegale😁Namichis baayyee gammadee!
👉Imala daqiiqaa 20 booda Xiyyaara kana lafa qubachiisuu barbaadee (page) fuula 4ffaa dubbisuuf yeroo kitaabicha banuu akkas kan jedhu argee 👉 Xiyyara akkatti qubachiisan baruuf kitaaba volume lammaffaa mana kitaabaa sinitti dhiyoo jirurraa bitadhaa kan jedhutu jira🤣
👉Dhaamsa: Waan tokko odeeffannoo guutuu osoo Hin qabaatiin Hin egalin.